Português
Abrir no Telegram
𝗗𝗗𝗜𝗚𝗜𝗧𝗔𝗟 𝗞𝗡𝗢𝗪𝗟𝗘𝗗𝗚𝗘

𝗗𝗜𝗚𝗜𝗧𝗔𝗟 𝗞𝗡𝗢𝗪𝗟𝗘𝗗𝗚𝗘

@DigitalKnowledgeLibrary · canal · indexada desde 29/09/2026
291inscritos
30alcance médio dos posts
10.3%ER — alcance em relação aos inscritos
94posts em 30 dias
Milkina (BRIGADE BUSINESS)
Link
clique para mostrar
🔴 ILAALCHA KEE JIJJIIRI… JIREENYI KEES NI JIJJIIRAMA! ━━━━━━━━━━━━━━━ 🗣️ Namoonni maal naan jedhu jechuun yeroo kee hin fixin. Gaaffiin guddaan kana: Ati ofiin maal jetta? Yoo ofiin ani, ❌ "Hin danda'u..." ❌ "Gatii hin qabu..." ❌ "Ani nama milkaa'u miti..." jettee amante, addunyaanillee akkuma sanatti si ilaalti. Garuu yeroo har'a murtoo kana murteessitu... 🔥 "NAN DANDA'A!" 🔥 "NAN BARADHA!" 🔥 "NAN MILKAA'A!" ...jettee ofitti amantu, jireenyi kee suuta suuta jijjiiramuu jalqaba. 🌱 Ilaalchi gaariin sanyii milkaa'inaati. Sammuu kee yaada gaariin guuti; jireenyi kees bu'aa gaarii ni godhata. Yoo kufte... 👉 Ka'i! Ammas yoo kufte... 👉 Irra deebi'i ka'i! Yeroo dhiibbaan si mudatu... 👉 Abdii hin kutatin! 💪 Namni guddaan kan kufuu hin beekne miti; kan kufee yeroo hunda ka'ee deemsa isaa itti fufudha. 🔥 Har'a ofitti amani. 🔥 Har'a ilaalcha kee jijjiiri. 🔥 Boru immoo seenaa kee addunyaatti agarsiisi! ❤️ Yaadadhu: Jireenya kee kan jijjiiru namoota miti; ilaalcha ati ofiif qabdu dha. ✍️ "NAN DANDA'A!" jechuun comment irratti barreessi; namoota biroofis humna ta'i. 🚀 BARNOOTA DABALATAA ARGACHUUF ASIIN KARAA TELEGRAM NU HORDOFUU NI DANDEESSU 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Committedtoyourdreams https://t.me/Committedtoyourdreams https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary https://t.me/RetrainYourBrain https://t.me/RetrainYourBrain https://t.me/RetrainYourBrain
28 ·
Arquivo
DAANDII MO'ATOOTAA-1.pdf · 61.4 MB · clique para mostrar
Arquivo
MIILTOO.pdf · 79.3 MB · clique para mostrar
Arquivo
mirga ajjeesuu.pdf · 8.2 MB · clique para mostrar
Arquivo
Gatiin Namaa Meeqa (2).pdf · 30.3 MB · clique para mostrar
DAANDII MO'ATTOOTAA Kitaaba yeroo dheeraaf barbaadaa turtan kan #Eebbisaa #Baayisaa #Abeetuu barreesse; Channel kana nama hedduu bira akka gahu gochuun nu gargaaraa; namoota hedduu garanatti waamaa!!
40 ·
Arquivo
Napoleon Hill - Think and Grow Rich.pdf · 846 KB · clique para mostrar
41 ·
Arquivo
Master Your Emotions (1).pdf · 2.6 MB · clique para mostrar
Master Your Emotions!
38 ·
Arquivo
The Psychology of Money.pdf · 2.9 MB · clique para mostrar
36 ·
【
𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 20K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam Adds:👇👇👇 My Channel @Rafiiqul_Islaam  HP: @Rafiqul_Islam_Promotion
10 ·
Milkina (BRIGADE BUSINESS)
Link
clique para mostrar
Jalqaba Ati Maraadhu! Hogganaa (Manager) artistichaati. Waltajjii irratti akkamiin qalbii daawwattootaa akka hatu gaafa gorsu akkas jedheeni, "Yeroo waltajjiitti baatu duursii daqiiqaa shaniif maraadhu. Yeroo sana namni hundi rifatee si ilaaluun, 'kun xuuxee ykn qama'eetu dhufe. Maali maraataan kun?' jedhanii afaan qabatanii si ilaalu," jedheen. Artistichis qalbiin isa caqasuu itti fufe. "Daqiiqaa shan booda garuu haalli ni jijjiirama. Warri siin maraatuu jedhan hundi qalbii guutuun si ilaalu. Siif ajajamu. Waan ati jette hunda raawwatu. Dura si qofatu maraatee, amma garuu isaan hunduu maraataniiru. Mana sana keessaa si qofaatu fayyaadha. Rabbii isaanitii gaditti isaan hunda irratti kan aangoo qabu si tokkicha," jedhee gorse. Weellisaan sunis qajeelfama kana fudhatee waltajjii baheetti ni milkaa'e. GARA IJOO DUBBII KOOTTI GAAFAN DHUFU; Namni gaafa yaada haaraan hawwaasatti dhufu maraatuu ta'a. Amaluma namaa ta'ee, namni hedduun waan haaraa ni sodaata. Yaada haaraa, argannoo fi beekumsa addaa gaafa dhaga'u naasuun kirkiruun baramaadha.  Gaaf sana waltajjii sana irratti ati maraatuu taata. Yeroon booda muraasni si dhaga'u. Akkuma yaadni kee fudhatamaa deemuun, suutuma gaafa qalbii namootaa butaa deemtu ati fayyaa taata. Isaan immoo maraatuu kaleessa jedhan sana ta'u. Addunyaa kana irratti hayyoonni yaada haaraa, falaasonni, hundeessitoonni amantii, qorattoonnii fi bu'uuressitoonni biyyaa gaafa yaada hawwaasni hin beekneen dhufan jalqaba maraataa, dhuma irratti goota jedhamu. Akkanatti addunyaan beekumsa, wixinee fi ogummaa hedduutti madaqxe. Gaafa waan haaraa qabattee as baatu hin raafamin. Namni hedduun hin beeknu jechuun sirrii miti jechuu miti. Hedduun si mormuun yaadichatu kufaadha; jechuun dura isaanitu hin hubannes ta'uu mala. Eeyyee! Yaada haaraan gaafa waltajjii hawwaasaatti baatu, jalqaba ati maraataadha. Booda garuu isaanis yaada keen booji'amanii maraataa siin jedhan ta'uu mala. Warruma santu maqaa kee jijjiiree goota siin jedha. Seenaa himtuun kees isaan… Ler completo →
34 ·
RespostaFoto
Link
clique para mostrar
Muuxannoo Jireenyaa: Barnoota Humna Qabeessa Goondaa/Mixii Irraa Argamu! Yeroo baay'ee mixiilee lafa irra deeman ykn marga keessa socho’an qalbifannee hin ilaallu ta’a; garuu milkaa'ina dhala namaaf fakkeenya guguddaa ta'u qabu. Mee har'a muuxannoowwan jireenyaa jajjaboo uumama xixiqqaa kana irraa barachuu dandeenyu haa ilaallu: 1) Naamusa Hojii Fi Of-Ilaalcha (Work Ethic) Mixiileen yeroo hojiitti seenan, qaamni isaan ajaju ykn hordofu jiraatee miti. Roobni haa roobu, aduun haa gubdu, ykn haalli qilleensaa kamiyyuu haa jiraatu; mixiileen hojii isaanii irratti argamuu hin hanqatan. Isaan akka dhala namaa haala qilleensaatti qabatanii ykn "har'a hojjechuu dhiisnee boru hojjenna" jedhanii hin dacha’an. Milkaa'ina keetiifis sababii dhiheessun hin barbaachisu. 2) Tokkummaa Fi Hojii Garee Dhugaa (TEAMWORK) Hoomaa mixii gidduu wal-morkiin dhuunfaa hin jiru. "Atis hojjettu malee ani hin hojjedhu" ykn "ani isaan irra nan caala" kan jedhu amalli akkanaa isaaniirra hin jiru. Hunduu gamtoomanii akka qaama tokkichaatti dirqama isaanii bahuun hojii isaanii hojjetu. Dhalli Namaa hoo? Namootni hedduun osoo bu’aa tokkollee hawaasa isaaniif hin buusin, dhamaatii fi jireenya namoota birootiin of dhaadheessuuf ykn yeroo isaanii qisaasessuuf yaalu. Milkaa'ina dhugaa garuu hojii garee fi tokkummaatu fida! 3) Mul'ata Fagoo Fi Qophii Eegeree (Vision & Long-term Planning) Mixiileen yeroo bonaa soorata isaanii walitti qabatanii ol kuufatu; sababni isaas yeroo gannaa soorata argachuun ulfaataa ta’uu ni beeku. Gama biraatiin, namootni baay'een waan har'a argatan har'uma fixatanii "Isa borii Waaqatu beeka" jechuun abdii duwwaan jiraatu. Tujaarichi beekamaan Ameerikaa Waaren Bafeet, "Namtichi ati har'a gaaddisa muka tokkoo jala taa'aa jirtu sun, mukicha kan dhaabe waggoota hedduun dura" jedhee ture. Milkaa'ina keessaniif har'a bu'uura cimaa kaa'uun dirqama. —————————— 📩 HUBADHU! Bizinasii Network Marketing keessa milkaa'inaan hojjechuuf maatii dureessa irraa dhalachuu ykn beekums… Ler completo →
27 ·
Foto
🎈IB/Owner: Dursa Dunfa          On Experience Sharing 📣
9 ·
【
GAAFFII HIRMAACHISAA!! Sahaabtichii Rasuulli (Sallallaahu aleyihi wassallam) balaa sitti buutu waliin jannataan gammadi jedhanin kami?
9 ·
RespostaFoto
🔥🚀 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 🚀🔥 💥 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 💥 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 🔥 𝐇𝐀𝐑'𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐆𝐀𝐋𝐀! 𝐇𝐀𝐑'𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐆𝐀𝐋𝐀! 🔥 🧠💎 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐍𝐓𝐀𝐀 𝐆𝐔𝐃𝐃𝐀𝐀 — “𝐃𝐇𝐀𝐍𝐆𝐀𝐀 𝐒𝐀𝐌𝐌𝐔𝐔” 💎🧠 🚀 MUUXANNOO DHUGAA! | LIFE TESTIMONY! 🚀 Namoota Network Marketing keessatti muuxannoo bal'aa, beekumsa gadi fagoo fi seenaa imala isaanii keessatti bu'aa gurguddaa fidan irraa muuxannoo isaanii qooddachuuf akkasumas irraa barachuuf qophiidhaa? 🔥 Har'a sagantaa addaa keessatti namoonni Network Marketing keessatti muuxannoo guddaa qaban Life Testimony isaanii nuuf qoodu! 🎤🏆 Kun sagantaa odeeffannoo qofa miti; carraa muuxannoo dhugaa irraa barachuu, rakkoolee keessa darbaman hubachuu, ilaalcha keenya cimsachuu fi imala keenyaaf kaka'umsa haaraa argachuuti! 💯 ✨ MAAL ARGATTU? ✅ Muuxannoo dhugaa namoota Network Marketing keessatti imala dheeraa keessa darban irraa baratta. ✅ Rakkoolee isaan mudatan, akkamitti akka keessa dabranii fi barumsa irraa argatan ni hubatta. ✅ Ilaalcha, kutannoo fi ofitti amanamummaa kee ni cimsatta. ✅ Imala Network Marketing kee keessatti tarkaanfii itti aanu fudhachuuf kaka'umsa argatta. 📢 IBO FI GUEST HUNDI KEESSAN AFFEERAMTANIITTU! 🤝🔥 Nama Network Marketing keessatti guddachuu barbaadu kamiyyuu carraa kana irraa hin hambisin. IBO fi GUEST kee waliin affeeri; waliin baradhaa, waliin guddadhaa, waliin milkaa'aa! ⏰ YEROO: SA'AATII 4:00 🎙️ IDDOO: IMO ROOM 🔥 YAADADHU! Nama muuxannoo qabu irraa barachuun karaa dheeraa gabaabsuu danda'a. Seenaa namoota biroo dhaggeeffachuun imala kee keessatti dogoggora irraa barachuuf, carraa hubachuuf fi murannoo kee cimsuuf si gargaara. 👑 Milkaa'inni nama dhaggeeffatu qofaaf osoo hin taane, nama barate hojiitti hiikuufis ni dhufa! 🤝💯 𝟐𝟎𝟏𝟗 𝐈𝐒 𝐎𝐔𝐑 𝐘𝐄𝐀𝐑! 🔥 TARKAANFADHU → BARADHU → HOJJEDHU → BU'AA FIDI! 🚀 📣 HAR'A GALGALA IMO ROOM KEESSATTI WAL ARGINA! HIN HAFINAA! #DhangaSammuu 🧠 #LifeTestimony 🎤 #NetworkMarketing 💼 #PersonalGrowth 🚀 #Leadership 👑 #2019IsOurYear 💯 Keessan Nu Argachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @MilkooKing @MilkinaaTeshoma12
8 ·
M
Foto
📝 DIINNI KEE GUDDAAN KUFAATII MITI… YAADA KEE HATUUDHA! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Guyyaa guyyaan, miidiyaaleen hawaasaa, garmalee yaaduun, odeeffannoon hin barbaachisnee fi wacni faayidaa hin qabne xiyyeeffannoo kee suuta suutaan si jalaa hatu. 📖 “Wanti ati irratti xiyyeeffattu ni guddata.” — Roobin Sharmaa ✍️ Rakkoo kee irratti xiyyeeffatte, rakkoon sun sammuu kee keessatti ni guddatti. Garuu naamusa, barumsaa fi of-guddisuu irratti xiyyeeffatte, jireenyi kees gara guddinaatti ni ce’a! 🚀 ⚪️ Addunyaa har’aa keessatti xiyyeeffannaan humna guddaadha. Namni xiyyeeffannoo isaa eeggatu, egeree isaa ijaarrata. ✉️ Wantoota xiyyeeffannoo kee hiraniif yaada kee hin kennin. Abjuu kee irratti xiyyeeffadhu; tarkaanfii har’a fudhadhu; egeree kee ijaari! 🔥 Xiyyeeffannoo kee eegi — jireenya kee jijjiiri!
5 ·
Merara
🚀🔥 ICCITIIWWAN MILKAA’INA NETWORK MARKETING KEESSATTI SI GUDDISAN 7 🔥🚀 Mindset → Invitation → Follow-up → Duplication → Consistency → Team Work → Product Sales Milkaa’inni Network Marketing keessatti argamu carraa qofa irratti hin hundaa’u. Beekumsa sirrii, ilaalcha sammuu cimaa, hojii guyyaa guyyaa fi sirna hojii irra deddeebi’amee hojjetamu irratti hundaa’a. Namni milkaa’uu barbaadu hojii kana beekuu qofa osoo hin taane, beekumsa isaa gara gochaatti jijjiiruu qaba! 💯 🧠 1. MINDSET — ILAALCHA SAMMUU MILKAA’INAA Milkaa’inni kee jijjiirama sammuu kee keessatti jalqaba. Of amani, barachuu itti fufi, dogoggora irraa baradhu, gufuu yeroo mudatu immoo abdii hin kutatin. 🔥 “Dura sammuu kee ijaari; achiis jireenya kee ijaari!” 🤝 2. INVITATION — AFFEERRII SIRNA QABU Guyyaa guyyaadhaan namoota haaraa daldala kee irratti odeeffannoo argachuu danda’aniif carraa uumi. Namoota dirqisiisuu osoo hin taane, carraa sirriitti ibsi; filannoo isaanii kabaji. 📌 Affeerraan balbala bana; murtiin nama dhuunfaa immoo itti fufinsa murteessa. 📞 3. FOLLOW-UP — HORDOFFII BU’A QABEESSA Affeeruun jalqaba qofa. Namoota ati affeertee wajjin yeroo sirrii irratti qunnamtii godhi, gaaffii isaanii dhaggeeffadhu, odeeffannoo sirrii kenni, amanamummaa ijaari. 💡 Hordoffiin gaariin nama irratti dhiibbaa gochuu miti; nama hubachuu fi murtii sirrii akka kennu gargaaruu dha. 👥 4. DUPLICATION — BARSIISUU FI SIRNA IRRA DEEBI’AMU UUMUU Wanta ati hojjette milkaa’inaan baratte miseensota garee keetii barsiisi. Hojii salphaa, ifa ta’ee fi namni biraas irra deebi’ee hojjechuu danda’u uumi. 🏆 Hogganaan gaariin ofii isaa qofa hin guddatu; namoota biroo akka guddatan ni gargaara. 💪 5. CONSISTENCY — CICHOOMMINA FI ITTI FUFINSAA Milkaa’inni hojii guyyaa tokko keessatti raawwatamu miti. Guyyaa guyyaadhaan tarkaanfii xixiqqoo fudhadhu; karoora kee hordofi; bu’aa kee madaali; bakka hanqinni jiru sirreessi. 🔥 “Tarkaanfii xixiqqoon guyyaa guyyaadhaan fudhatamu, yeroo dheeraa keessatti bu’aa guddaa fida.”  🌍 6… Ler completo →
1 · 22 ·
RespostaFoto
🔥 DHUGAA JIREENYAA NAMOOTA HEDDUU! 🧠💡 “Irra-jireessi namootaa, gatiin qallaba foon isaanii hammam yoo qaala’eyyuu, nyaata garaa isaanii guutuuf waan isaan qaban ni kaffalu; garuu beela sammuu isaanii weerare, gogsee, qooqsee isaanitti iyyachaa jiruuf garuu gatii kaffaluuf hin fedhan.” 💎 Dhugaan jiru kana! Namoonni hedduun garaa isaanii quubsuuf ni carraaqu; uffata qaalii uffachuuf, mana bareedaa ijaarrachuuf, jireenya qaalii jiraachuufis ni tattaafatu. Garuu sammuu isaanii beekumsaan sooruu, ilaalcha isaanii jijjiiruu, dandeettii isaanii guddisuu fi of irratti hojjechuuf yeroo, humnaa fi maallaqa isaanii baasuu irratti duubatti jedhu. 🧠 Yaadadhu! Beelli garaa nyaata argannaan ni quufa; beelli sammuu garuu beekumsa, hubannoo, muuxannoo fi barumsa itti fufiinsa qabuun malee hin badu. 🔥 Guddinni dhugaan jijjiirama sammuu irraa jalqaba! Yoo jireenya kee jijjiiruu barbaadde, jalqaba sammuu kee irratti hojjedhu. Sammuu kee soori; beekumsa kee guddisi; dandeettii kee ijaari; jireenya kee jijjiiri! 🚀 Gatii nyaataaf kaffaltu caalaa gatii guddina sammuu keetiif kaffaluuf baradhu. Sababni isaas, nyaanni har'a si quubsa; beekumsi garuu boruuf si qopheessa! 💭 Gaaffii: Ati yeroo fi qabeenya kee keessaa hammam guddina sammuu keetiif ramadde? 📌 Yaada kana dubbisi, irraa baradhu, namoota biroofis qoodi! #MilkinaJireenyaa #GrowthMindset #PersonalDevelopment #Beekumsa #JijjiiramaSammuu Carraa Leenjii Fi Business Argachuuf Asiin Nu Qunnamaa!! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @MilkinaaTeshoma12 @MilkooKing
20 ·
🚀 Jireenyi kee akka jijjiiramu yoo barbaadde, jalqaba sammuu kee jijjiiri! Carraa barachuu, of ijaaruu fi Business kee guddisuuf qophaa’i. HUBACHIISA NAMOOTA 10 QOFAAF CARRAA BUSINESS FI CARRAA LEENJIIF!! Namoota duursanii username asii gadii irratti nu qunnamaniif odeeffannoo guutuu fi waliigalaa kennuun carraa leenjii fi businness f support isin goona. 👇👇👇👇👇👇👇👇 @MilkinaaTeshoma12 @MilkooKing
16 ·
M
Foto
🔥🚀 LEADERSHIP • LEARNING • BUSINESS GROWTH 🚀🔥 💎 LEADER NEBIYU leenjii humna qabu, hubannoo cimaa fi beekumsa hojii keenya guddisu nuuf qoodaa jira! 🧠📈 🔥 Leenjiin kun hubannoo keenya cimsuuf, dandeettii keenya guddisuuf, akkasumas NETWORK MARKETING fi BUSINESS keenya gara SADARKAA OLAANAATTI ceesisuuf carraa guddaadha! 🏆 💥 BARADHU! HUBADHU! HOJII IRRA OOLCHI! BU'AA FIDI! 🚀 Hogganaan gaariin karaa agarsiisa; namni baratu, kan hojiitti hiikuu fi itti fufu immoo milkaa'inaaf of qopheessa! #NetworkMarketing 🔥 #BusinessGrowth 📈 #Leadership 👑 #GrowthMindset 🧠
13 ·

Um feed público aberto do índice de busca ChatCrawler — “o Google do Telegram público”; atualizado à medida que a comunidade é rastreada. Horários em UTC.

Somente conteúdo público, API oficial do Telegram. Sobre · Perguntas frequentes · Limites do índice · Remover uma página · Catálogo · Busca · Como calculamos