Веб-версияОткрыть в Telegram

ПостQabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame.

31 июля 2026
T
TECH ETHIOPIA 🇪🇹
Фотография
нажмите — покажем
Фотография
нажмите — покажем
Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame. ---------------- BBO - Adoolessa 24/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307 dubara 249,902 #walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%) dubara -221,012 (88.4%) #walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf #Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; #Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun #Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:-https://t.me/ministrygrade8ethiobot
6 · 3.7K ·

Рядом в ленте

TTECH ETHIOPIA 🇪🇹TTECH ETHIOPIA 🇪🇹በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልል የ6ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ውጤት ተማሪዎች ይህን ሊንክ https://t.me/ministrygrade8ethiobot ✅በመጠቀም ከዛሬ ጀምሮ ውጤታቸውን ማየት ይችላሉ
это сообщение
TTECH ETHIOPIA 🇪🇹ለድርጅትዎ ሙያዊ እና ማራኪ ዌብሳይት ይገንቡ! በዚህ የዲጂታል ዘመን ድርጅትዎ ድረ-ገፅ (Website) ከሌለው ብዙ ደንበኞችን እያጣ ነው! Mela Technologies ለንግድዎ፣ ለድርጅትዎ ወይም ለድርጅታዊ አግልግሎትዎ የሚሆን ፈጣን፣ ደህንነቱ የተጠበTTECH ETHIOPIA 🇪🇹ሐምሌ 24/2018 ዓ.ም. የአፋር ክልል ትምህርት ቢሮ የ2018 ዓ.ም. የ8ኛ ክልል አቀፍ ፈተና ውጤት ይፋ ሆነ ! ተማሪዎች ይህን ሊንክ https://t.me/ministrygrade8ethiobot ✅በመጠቀም ከዛሬ ጀምሮ ውጤታቸውን ማየት ይችላሉ
TTECH ETHIOPIA 🇪🇹TECH ETHIOPIA 🇪🇹@amharictutorialclass · канал · Технологии
4 765подписчиков376средний охват поста
Лента площадки Открыть в Telegram

Открытая публичная лента из поискового индекса ChatCrawler — «Google по публичному Telegram»; обновляется по мере обхода площадки. Время — UTC.

Только публичный контент, официальный API Telegram. О проекте · Вопросы · Чего мы не делаем · Убрать страницу из выдачи · Каталог · Поиск · Как мы считаем