8 сентября 2026
✅️Maxxansi koo akka bakka garaagaraatti Forward, copy, share ta'uu hayyama anumatu dhorge.
391 · Видео
7.3 МБ · нажмите — покажем
471 · 7.3 МБ · нажмите — покажем
✅️Oromoon dhugaa
#Artists_Ilfinesh_Qannooti.
Sirni Awwaalchaa Artist Ilfinesh Qannoo har'a waaree booda Ambotti raawwatamee.
Oromoon inni ammaa harra subscribe sigodhee bor unsubscribe sigodha. Akka waan ati subscribe irraa bu'aa argattuu.
Hundaafuu dhaamsa #Ilfinesh_Qannoon yeroo lubbuun jirtu Oromoof dhaamte kana dhaggeeffadhaa.
Ilfinesh Qannoo biyyeen sitti haa salphatu.
572 · Laggasaa wagii shawaa keessatti dhalatee Wallaaggaatti awwalame, IIfinash qannoo immoo Wallaaggaatti dhalatee shawaa keessatti awwalame, tokkoumaa sabicha ilalii
609 · Фотография
нажмите — покажем
нажмите — покажем
Фотография
нажмите — покажем
нажмите — покажем
9 сентября 2026
Фотография
нажмите — покажем
578 · нажмите — покажем
11 сентября 2026
✅Safuu cabsite hin jedhinaatii nuti oromoon hammam akka gadhee taane ilaalaa.
487 · Comments yoo jiraate asiin naaf barreessaa,
@alhamdu9lillah
512 · Boris waan haaran qaba na eegaa
523 · 14 сентября 2026
Видео
5.5 МБ · нажмите — покажем
263 · 5.5 МБ · нажмите — покажем
Dhiphaachuun jechuun deebii qaamni fi sammuun keenya yeroo rakkoo, soda, yaaddoo ykn hojii baay’ee nu mudatuuf kennu dha. Yeroo gabaabaa keessatti faayidaa qabaachuu danda’a (fakkeenyaaf si kakaasu), garuu yeroo dheeraaf yoo itti fufe dhukkubaaf si saaxila.
⚠️ Akkamitti Dhukkuba Fida?
Dhiphaachuun yeroo dheeraaf yoo jiraate, qaama keenya keessatti jijjiirama hormoonotaa (akka cortisol) fiduun:
Dhiibbaa dhiigaa olkaasa
Sirna ittisa qaamaa laaffisa
Hirriba jeequu danda’a
Onnee fi sammuu irratti miidhaa geessa
🩺 Dhukkuboota Dhiphaachuun Fidu
Dhiibbaa Dhiigaa Olka’aa
Dhiphaachuun yeroo dheeraa dhiibbaa dhiigaa olkaasa.
Dhukkuba Onnee
Dhiphaachuun onnee irratti miidhaa geessisuun balaa guddaa fida.
Yaaddoo fi Dhiphina Sammuu
Namni yeroo hundaa yaaddoo keessa jiraata.
Depression
Gammachuu dhabuu, abdii kutachuu fida.
Dhukkuba Garaachaa
Dhiphaachuun garaacha irratti dhukkubbii fida.
Hirriba Dhaba
Hirriba gahaa dhabuun qaama miidha.
🟢 Mallattoolee Dhiphaachuu
Mataa dhukkubuu
Onneen saffisaan rukutuu
Dadhabbii
Hirriba dhabuu
Aarii fi yaaddoo baay’ee
✅ Furmaata fi Ittisa
1. Sochii Qaamaa (Exercise)
Guyyaa guyyaan socho’uun dhiphina hir’isa.
2. Hirriba Ga’aa
Sa’aa 7–9 hirribaa argachuun barbaachisaa dha.
3. Nyaata Madaalawaa
Fuduraa fi kuduraa nyaachuu, bunaa fi sukkaara xiqqeessuu.
4. Tartiiba Hafuura Baafachuu (Relaxation)
Meditation, yoga ykn hafuura gadi fageenyaan baafachuun ni gargaara.
5. Namoota waliin dubbachuu
Rakkoo kee nama itti amanamoo waliin qoodachuun ni salphisa.
6. Gargaarsa Ogeessaa barbaaduu
Yoo hammaate, ogeessa fayyaa sammuutti deemuun murteessaa dha.
⚡ Gorsa Ijoo
👉 Dhiphaachuun xiqqoo yoo ta’e ni gargaara, garuu yoo to’atamuu baate dhukkuba cimaa fida
👉 Qaama kee dhaggeeffadhu – mallattoolee xiqqoo hin tuffatin
👉 Fayyaan sammuun kee akka fayyaa qaamaa kee qixa barbaachisaa dha
253 · Gocha qoosaa fakkaatu garuu yakka ta'e!
**** .
1. Suuraa/viidiyoo nama tokkoo maxxansuu
Gocha: Waldhabdee ykn waan nama kofalchiisu karaa irratti argite waraabee hayyama abbaa qabeenyaa malee Feesbuukii irratti maxxansuu.
Bu’aan: Bilisummaa dhuunfaa sarbuu.
2. Oduu sobaa facaasuu
Gocha: Odeeffannoo osoo hin mirkaneessin "qooduun" "dhugaa fakkaata" jechuun.
Bu’aa: A, Itti gaafatamummaa haasawa sobaa fi jibbiinsaa babal’isuu
B, Seera yakka kompiitaraa cabsuu fi itti gaafatamummaa nagaa booressuuf.
3. Yaada irratti arrabsuu
Gocha: Namoota saba, amantii, ykn eenyummaa dhuunfaa isaanii irratti hundaa’uun post jalatti arrabsuu.
Bu'aan: Haasaa jibbiinsaa fi maqaa balleessii.
4. Hayyama malee maallaqa walitti qabuu
Gocha: Herrega baankii maqaa "Nama dhukkubsate gargaaruu" jedhu maxxansuun miidiyaa hawaasaa irratti maallaqa gaafachuu.
Bu’aan: Hayyama malee maallaqa walitti qabuu fi hanna shakkuu.
5. Dizaayinii nama tokkoo hatuu
Gochi: Asxaa nama biraa ykn hojii kalaqaa akka "kan kootti" fayyadamuu.
Bu’aan: Himata sarbama mirga mirgaa.
6. Ergaa dhuunfaa waliif qooduun (Screenshot) .
Gochi: Ergaa iccitii "Inbox" keessatti siif ergame akka namoonni biroo hayyama nama sanaa malee akka argu maxxansuu.
Bu'aan: Sarbama dhuunfaa.
Hubachiisa: Wanti nuti interneetii irratti maxxansinu hundi "digital footprint" waan qabuuf mana murtiitti akka ragaatti fayyadamuu ni dandeenya.
228 · #REMEDIAL2019
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Sagantaa Remadiyaalii'(#Remadial' ) bara 2019 murteesseerra.
A - Haaluma kanaan: 1 - Barattoota Dhiiraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 240/600 fi ol (40%fi ol) 2- Barattoota Dubaraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 228/600 fi ol (38%fi ol) galmeessisan Yunivarsiitii galanii saganticha barachuu kan danda'an ta'uun ibsameera.
B - Barattoota Deeggarsi Addaa Taasifameef
1 - Barattoota dhiiraafi dubaraa Naannoo Affaar, Sumaalee, Beenshaangul Gumuziifi Gaambeelaatiif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiin Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) 2- Barattoota Naannoo Horsiisee Bulaafi Walakkaan Horsiisee Bulaa ta'aniif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiif -Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) 3- Barattoota qaro dhabeeyyii dhiiraafi dubaraaf -Qabxii 185/500fi ol (37%fi ol) 4- Barattoota gurraan hin dhageenye dhiiraafi dubaraa, saayinsii uumamaa fi hawaasaaf - Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) galmeessisan hunduu sagantaa Remadiyaalii Yunivarsiitii galanii barchuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa murteesseera.
209 · #Baga Ayyaana Bara Haaraa nagahan geessan!
Ayyaan garii!!!!🙏🙏🙏🙏
#እንኳን ለአዲሱ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም ዓመት ይሁንላችሁ!
183 · #WAAMICHA!💥 #YUUNIVARSIITII
Yuunivarsiitiin #ODAA_BULTUM, Fulbaana 07-08/2019'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasiseera.
Yuunivarsiitiin #MATTUU, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamicha taasisee jira.
Yuunivarsiitiin #SALAALEE b/ttoota buleeyyii waamicha Fulbaana 07 fi 08/2019'tti taasiseera!💥
Yuunivarsiitiin #MAQDAALA_AMBAA, Fulbaana 07-08/2019'tti b/ttoota buleeyyii waameera.💫
Yuunivarsiitiin #WARAABEE, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 08-09/2019'tti waamee jira.💥💫
Yuunivarsiitiin #BAHIR_DAHAAR b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waameera.
Yuunivarsiitiin #Dabra_Birhaan b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamee jira.💥
Yuunivarsiitiin #Maqalee Fulbaana 09-10/2019 A.L.I'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasisee jira.
Yuunivarsiitiin #BOONGAA, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamee jira.🤝💫
Yuunivarsiitiin #WALLOO, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 11-12/2019'tti waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #BOORANAA, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 07-08/2019'tti waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #AMBOO, b/ttoota buleeyyii hunduma Fulbaana 18-19/2019'tti waameera.💫
Yuunivarsiitiin #WALQIXXEE, Fulbaana 04-05/2019'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasiseera.💥
Yuunivarsiitiin #AKSUM, b/ttoota buleeyyii Fulbaana 14-15/2019'tti waamee jira.💫
Yuunivarsiitiin #ARSII, Fulbaana 09-10/2019'tti barattoota buleeyyiif waamicha taasisee jira.💫
Yuunivarsiitiin #HAWAASAA, Fulbaana 21-22/2019'tti b/ttoota buleeyyiif waamicha taasiseera.💥
194 · Hojjataan Mootummaa Mindaan isaa Karaa Seeraan Alaa Yookaan Fedhii isaa Malee irraa Murame, Yookaan irraa cite Eessatti Akka himatuu fi Akkamittiin akka himatu beektuu?
Seerri Maal jedhaa?
Mindaan Hojjataa Mootummaa Deegarsa Adda Addaatiif Fedhii hojjatichaa qofaan muramuu akka qabu labsii hojjattoota mootummaa Lakk. 215/2011 kwt. 9(2(A)) jalatti tumee jira Fedhiin sun ammoo barreefamaa fi mallattoo hojjatichaatiin mirkanaa'uu akka qabu tumee jira seera ifaan jiru kana bira darbamee deegarsa adda addaatiif kan irraa muramu yoo tahe hojjatichi karaa Laman mirga isaa kabachiifachuu danda'a.
1. Akkaataa Labsii Hojjattoota Mootummaa Lakk. 215/2011 kwt. 79 hanga 82tiin mana murtii Hojjattoota mootummaatti ol iyyachuun mirga isaa kabachiisuu danda'a. Keewwata olitti ibsame kanarraa hubatamutti manni murtii Bulchinsaa bifa hariiroo hawaasaatiin ol iyyata hojjataa ilaala malee dhimma yakka ilaaluu aangoon ifaan kennameef hin jiru.
2. Karaan lammaaffaan kun ammoo ijoo fi kaayyoo hubannoo seeraa keenyaati inniis hojjataan mindaan isaa deegarsa adda addaatiif fedhii isaatiin ala yoo kan irraa muramu tahe yakki raawwatamee jira waan taheef Eeruu yakkaa Abbaa Alangaa fi qorataa poolisiitiif kennuun namni fedhii hojjatichaa malee mindaa mure yakka malaamaltummaatiin akka gaafatamu gochuudha itti gaafatamummaa kana hordofsiisuuf Abbaan Alangaa bu'uura Labsii Lakk. 214/2011 kwt. 10tiin aangoo kan qabu tahuu seeraan tumamee jira. Akkasumaas Waajjira poolisitti Qorataan yakkaa bu'uura Dambii Lakk. 250/2016 kwt. 26 (15 fi 16)tiin aangoo kan qabu tahuu tumamee jira.
Kanaaf Namni fedhii hojjataa mootummaatiin ala mindaa mure yakka malaamaltummaa aangoo garmalee fayyadamuu kan raawwate tahuu Labsii Malaamatummaa Lakk. 881/2015 kwt. 9 jalatti tumame Dantaa fi mirga nama biroo aangoo fayyadamanii miidhuun yakka tahuu fi Adabbii hidhaa hanga waggaa 10 gahuu fi Adabbii maallaqaa hanga Qr. 10,000 gahuun akka adabamu seerri ifaan tumee jira.
KANAAF
Walumaaga
246 · Sadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa bara 2026
1.Yuunivarsiitii Finfinnee (Addis Ababa University)
2.Yuunivarsiitii Jimmaa (Jimma University)
3.Yuunivarsiitii Baahir Daar (Bahir Dar University)
4.Yuunivarsiitii Hawasaa (Hawassa University)
5.Yuunivarsiitii Gondar (University of Gondar)
6.Yuunivarsiitii Haramayaa (Haramaya University)
7.Yuunivarsiitii Maqalee (Mekelle University)
8.Yuunivarsiitii Arbaa Minch (Arba Minch University)
9.Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinolojii Adaamaa (Adama Science and Technology University)
10.Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinolojii Finfinnee (Addis Ababa Science and Technology University - AASTU)
Yuunivarsiitiin keessan sadarkaa meeqaffaa irratti argama?
Jimmaa University 2ffaa
320 · Фотография
нажмите — покажем
335 · нажмите — покажем
15 сентября 2026