Веб-версияОткрыть в Telegram

Пост🚀 Carraa addaa dhaabbata Sof Omar Technologies irraa!

6 августа 2026
S
Sof Omar Technologies
Ссылка
нажмите — покажем
🚀 Carraa addaa dhaabbata Sof Omar Technologies irraa! Sof Omar Technologies — dhaabbata teeknooloojii Finfinnee, Itoophiyaa keessatti argamuudha. Yeroo ammaa kanatti carraa namootni kaka'umsa qaban, magaalaa isaanii keessatti City Partner ta'anii nu waliin ittiin hojjachuu dandahan qabannee dhufuudhaan galmeef isin affeeraa jirra. Carraan kun carraa dhaabbata teeknooloojii guddachaa jiru bakka bu'uun, daldaltootaa fi dhaabbilee magaalaa keessan keessatti argaman furmaata dijitaalaa ammayyaa akka fayyadamaniif kakaasuu fi kanneen fayyadamuu barbaadan gara dhaabbata keenyaa fiduudhaan ofii keessaniifis hojii fi jireenya keessan keessatti ittiin guddachuu dandeessaniidha. Nutti makamuudhaaf muuxannoo waggoota hedduu qabaachuun isin hin barbaachisu. Wanti barbaachisu: ✅ Namoota waliin hariiroo fi qunnamtii gaarii nama qabuu fi uumuu dandahu tahuu ✅ Saffisaan waan haaraa barachuuf nama tattaafatuu fi fedhii qabu tahuu ✅ Nu waliin hojjachuu, guddachuu fi milkaa'uu nama barbaadu tahuu Akka City Partner tti: ☞ Leenjii bal'aa fi guutummaatti bilisa ta'e ni argattu ☞ Akkaataa hojii keessanii irratti hundaa'uun galii gaarii argachuu dandeessu. ☞ Akkasumas carraa galii itti fufiinsa qabu (Passive Income) horachuu argachuu dandeessu. Barataas yoo taate, nama eebbifamee jiru taatus, kun carraa gaarii indaastirii teeknooloojii keessatti imala kee itti eegaltuudha. Ogummaa barbaachisaa horachuu fi dhaabbata keenya waliin gara fuulduraatti tarkaanfachuuf carraa siif bana. Barattoonni Saayinsii hawaasaa (Social Science) illee Apply godhuu ni dandeessu. 📩 Ammuma galmaahaa: sofomartechnologies.com/partner
4 · 799 ·

Рядом в ленте

SSof Omar Technologies🚀 Feedback Session is Coming! At Sof Omar Technologies, we don't just teach coding—we prepare you for real client work. You're now 12 days in, and it's time to SSof Omar Technologiesማስታወቂያ ከሶፍ ኦማር ቴክኖሎጂዎች የወጣ አዲስ የስራ እና የቢዝነስ ዕድል! በምትኖሩበት ከተማ ሆናችሁ ከእኛ ጋር መስራት እና አብራችሁን ማደግ ትፈልጋላችሁ? አዲስ አበባ የሚገኘው የቴክኖሎጂ ኩባንያችን ሶፍ ኦማር ቴክኖሎጂዎች በየከተማችሁ የኩባንያችን
это сообщение
SSof Omar Technologies⏳ 7 days left. That's it, interns — 7 days until your final presentation, and your certificate depends on what happens between now and then. What "finish" meansSSof Omar Technologies📱 For every interns ready to submit your projects - please push your projects to your own github and add sofomartechnologies github as a collaborator ( and we w
SSof Omar TechnologiesSof Omar Technologies@sofomartech · канал · Технологии
386подписчиков305средний охват поста
Лента площадки Открыть в Telegram

Открытая публичная лента из поискового индекса ChatCrawler — «Google по публичному Telegram»; обновляется по мере обхода площадки. Время — UTC.

Только публичный контент, официальный API Telegram. О проекте · Вопросы · Чего мы не делаем · Убрать страницу из выдачи · Каталог · Поиск · Как мы считаем