Global Fashion Design Training Institute
Фотография
click to show
click to show
🌟 Dhaabbata Leenjii Diizaayinii Faashinii Giloobaal 🌟
[ግሎባል ፋሽን ዲዛይን ማሰልጠኛ ተቋም]
📒 GALMEE EEGALLEE JIRA!
[ምዝገባ ጀምረናል!]
Ogummaa dizaayinii faashinii ammayyaa barattanii jireenya keessan jijjiiruuf carraan gaariin dhufeera. Kottaa nuun galmaa'aa!
📍 Iddoo Nu Argattan:
Magaalaa: Adaamaa
Bakka: Humna Ibsaa, Gamoo ODAA
Kutaa: Darbii 2ffaa, Lakk. 224
[አዳማ መብራት ሃይል ኦዳ ህንፃ 2ኛ ፎቅ ቁ. 224]
📞 Nu Quunnamaa:
☎️ 0922 24 81 62
☎️ 0712 00 66 04
🔗 Telegram Keenya:
👉 Join Us: @FDfashionandmachinery
9.4K ·