Link
click to show
click to show
Kennaa Kee Barbaadi!
Dhalli namaa kamiyyuu ogummaa dhokataa fi kennaa garaagaraatiin dhaanga'amee gara dachee kanaatti afeeramee dhufe. Dirqamni hireen kenniteen baay'een namootaa carraa irratti utuu himata banuu, himata galmeen isaa hin cufamneen hawwii fi fedhii isaa qofaan hidhii sochoosaa jiraata. Kanaaf abjuu hanga har'aatti hin abjoonneen, hanga har'atti qooda kee adda hin baafatin jirta taanaan of barbaaduutti deebi'i; kennaan kee suma keessa jira. Kennaa dhokatee awwaalamee abbuumaatiin kan isa barbaadu dhabee jiru barbaaddee baasuun kee siin olitti dhaloota si booda jiraniif hojii kennaa ofii barbaaduu uumtaaf! Kennaa kee argattee mul'ata kee waliin walquunnamsiisuuf haalota danqaa taa'anii gaara sitti fakkaatan qalbii fi ogummaadhaan hurriitti akka inni jijjiiramuuf tooftaa dhahi!
Positive Mind Find Opportunity In Everything.
https://t.me/RetrainYourBrain
https://t.me/RetrainYourBrain
31 ·