Merara
🔥 DHUGAAN BIZINASII SI DAMMAQSU! 🔥
🎓 Abbaa Biizinasaa ta’uuf digiriin dirqama miti; garuu abbaa biizinasaa taatee milkaa’uuf beekumsi, dandeettiin, kutannoonii fi hojii cimaatu si barbaachisa!
💼 Abbaa Biizinasaa ta’uuf digrii malee ni danda’ama; abbaa biizinasaaf hojjechuuf garuu digrii si barbaachisa!
Namni tokko carraa uumuun abbaa biizinasaa ta’uu danda’a; namni biraa garuu carraa nama biraa keessatti hojjechuuf qophaa’a.
🔥 Garaagarummaan Isaanii Maalii?
Tokko carraa uuma; inni biraa carraa uumame keessatti hojjetaa ta’a.
Tokko murtoo kenna; inni biraa murtoo kenname raawwata.
Tokko balaa madaalee fudhata; inni biraa tasgabbii mindaa filata.
⚡ Garuu Yaadadhu: Digiriin kee si hin daangessu; digiriin dhabamuunis milkaa’ina siif hin mirkaneessu. Hubannoo, ogummaa, ilaalcha sirrii, kutannoo fi hojii guyyaa guyyaatu gara milkaa’inaatti si geessa.
🚀 Gaaffiin Guddaan:
Ati carraa nama biraa keessatti hojjechuu qofa barbaaddaa?
Moo, carraa mataa kee uumtee namoota biroofis carraa uumuu barbaaddaa?
TARKAANFADHU! HOJJEDHU! RAAWWADHU! BU’AA FIDI! MILKAA’I! 🦁🔥
#BusinessMindset #Entrepreneurship #NetworkMarketing #GrowthMindset
JOIN 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Committedtoyourdreams
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain
33 ·