English
Open in Telegram

Post 🔥🚀 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 🚀🔥

16 October 2026
M
Milkina (BRIGADE BUSINESS)
ReplyPhoto
🔥🚀 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 🚀🔥 💥 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 💥 𝐀𝐑𝐄 𝐘𝐎𝐔 𝐑𝐄𝐀𝐃𝐘? 🔥 𝐇𝐀𝐑'𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐆𝐀𝐋𝐀! 𝐇𝐀𝐑'𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐆𝐀𝐋𝐀! 🔥 🧠💎 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐍𝐓𝐀𝐀 𝐆𝐔𝐃𝐃𝐀𝐀 — “𝐃𝐇𝐀𝐍𝐆𝐀𝐀 𝐒𝐀𝐌𝐌𝐔𝐔” 💎🧠 🚀 MUUXANNOO DHUGAA! | LIFE TESTIMONY! 🚀 Namoota Network Marketing keessatti muuxannoo bal'aa, beekumsa gadi fagoo fi seenaa imala isaanii keessatti bu'aa gurguddaa fidan irraa muuxannoo isaanii qooddachuuf akkasumas irraa barachuuf qophiidhaa? 🔥 Har'a sagantaa addaa keessatti namoonni Network Marketing keessatti muuxannoo guddaa qaban Life Testimony isaanii nuuf qoodu! 🎤🏆 Kun sagantaa odeeffannoo qofa miti; carraa muuxannoo dhugaa irraa barachuu, rakkoolee keessa darbaman hubachuu, ilaalcha keenya cimsachuu fi imala keenyaaf kaka'umsa haaraa argachuuti! 💯 ✨ MAAL ARGATTU? ✅ Muuxannoo dhugaa namoota Network Marketing keessatti imala dheeraa keessa darban irraa baratta. ✅ Rakkoolee isaan mudatan, akkamitti akka keessa dabranii fi barumsa irraa argatan ni hubatta. ✅ Ilaalcha, kutannoo fi ofitti amanamummaa kee ni cimsatta. ✅ Imala Network Marketing kee keessatti tarkaanfii itti aanu fudhachuuf kaka'umsa argatta. 📢 IBO FI GUEST HUNDI KEESSAN AFFEERAMTANIITTU! 🤝🔥 Nama Network Marketing keessatti guddachuu barbaadu kamiyyuu carraa kana irraa hin hambisin. IBO fi GUEST kee waliin affeeri; waliin baradhaa, waliin guddadhaa, waliin milkaa'aa! ⏰ YEROO: SA'AATII 4:00 🎙️ IDDOO: IMO ROOM 🔥 YAADADHU! Nama muuxannoo qabu irraa barachuun karaa dheeraa gabaabsuu danda'a. Seenaa namoota biroo dhaggeeffachuun imala kee keessatti dogoggora irraa barachuuf, carraa hubachuuf fi murannoo kee cimsuuf si gargaara. 👑 Milkaa'inni nama dhaggeeffatu qofaaf osoo hin taane, nama barate hojiitti hiikuufis ni dhufa! 🤝💯 𝟐𝟎𝟏𝟗 𝐈𝐒 𝐎𝐔𝐑 𝐘𝐄𝐀𝐑! 🔥 TARKAANFADHU → BARADHU → HOJJEDHU → BU'AA FIDI! 🚀 📣 HAR'A GALGALA IMO ROOM KEESSATTI WAL ARGINA! HIN HAFINAA! #DhangaSammuu 🧠 #LifeTestimony 🎤 #NetworkMarketing 💼 #PersonalGrowth 🚀 #Leadership 👑 #2019IsOurYear 💯 Keessan Nu Argachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @MilkooKing @MilkinaaTeshoma12
8 ·

Nearby in the feed

【【𝐑𝐚𝐟𝐢𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦 رفيق الإسلام】GAAFFII HIRMAACHISAA!! Sahaabtichii Rasuulli (Sallallaahu aleyihi wassallam) balaa sitti buutu waliin jannataan gammadi jedhanin kami?MMilkina (BRIGADE BUSINESS)Photo
this message
MMerara📝 DIINNI KEE GUDDAAN KUFAATII MITI… YAADA KEE HATUUDHA! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Guyyaa guyyaan, miidiyaaleen hawaasaa, garmalee yaaduun, odeeffannoon hin barbaachisnee fi waMMerara🚀🔥 ICCITIIWWAN MILKAA’INA NETWORK MARKETING KEESSATTI SI GUDDISAN 7 🔥🚀 Mindset → Invitation → Follow-up → Duplication → Consistency → Team Work → Product Sales
𝗗𝗗𝗜𝗚𝗜𝗧𝗔𝗟 𝗞𝗡𝗢𝗪𝗟𝗘𝗗𝗚𝗘𝗗𝗜𝗚𝗜𝗧𝗔𝗟 𝗞𝗡𝗢𝗪𝗟𝗘𝗗𝗚𝗘@DigitalKnowledgeLibrary · channel
291subscribers29average post reach
Venue feed Open in Telegram

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · Index limits · Remove a page · Catalog · Search · How we count