English
Open in Telegram
BBBC AFAAN OROMOO

BBC AFAAN OROMOO

@BBCAFANNOROMOO · channel · News · indexed since 2026-07-15
133 415subscribers
457average post reach
0.3%ER — reach to subscribers
4posts in 30 days
BBC AFAAN OROMOO
Link
click to show
Haleellaa qilleensaa Israa'el buufata waraanaa Sooriyaa irratti raawwattee Ameerikaan, akkasums Turkiin balaaleffataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H6nkbWP
2 · 17.7K ·
B
Link
click to show
Magaalaa guddoo naannoo Tigraay, Maqaleetti haleellaa diroonii raawwateen namootarra miidhaan ga'uu aanga'oonni naannochaa himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZxwaJnW
3 · 17K ·
BBC AFAAN OROMOO
Link
click to show
Sadaasa 2024 Peep Gaardiyoolaan Maanchister Siitii keessa turuuf waliigaltee haaraa mallatteesse. Garuu sababoota adda addaan kontiraata isaa haaressuu dhiisuuf akka ture ifa baase. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0EcDrhi
2 · 15.7K ·
Link
click to show
Karoora Israa'el manneen qubsumaa 1,200 WEst Baank kan humnaan qabatte keessa bakka baayyee barbaachisaa ta'etti ijaaruuf caalbaasii ifa goote biyyoota gurguddoo Lixaarraa mormii haaraa kaase. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WHD6i9n
4 · 16K ·
Link
click to show
Dubartoonni 200 ol Faransaay keessatti hojjetaan mootummaa Kiristiyaan Negree jedhamu akka isaan of irratti fincaa'an gochuudhaan himatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2vewLm7
3 · 17.2K ·
Link
click to show
Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti gaafa Roobii, 19/08/26 haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin lubbuun namootaa darbuu maatiin miidhamtootaa fi jiraattonni aanichaa BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tjKIFk4
4 · 18.2K ·
Link
click to show
Jilli Raayyaa Ittisa Biyyaa gara Ameerikaatti imale biyyoota lamaan gidduutti "gama humna ittisaafi nageenyaatiin tumsi waliigalaa tarsiimawaa akka hundeeffamuu" danda'uuf waliigaltee raawwateera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s5xutFJ
2 · 18K ·
B
Link
click to show
Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa ji'a tokkoo oliif ajandaawwan biyyaalessaa mari'achaa turuun guyyaa har'aa yaadota murtoo xumuraa dhiyeesseera. Haaluma kanaan magaalaan Finfinnee itti waamamni ishee magaalaa guddoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta'uu heera mootummaa keessatti akka tumamu yaada murtoo dhiyeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eJRQ7Kv
15 · 16.9K ·
BBC AFAAN OROMOO
Link
click to show
Chaarlii Look gaafa Hospitaalaa gara manaatti deebi'u torbee lama qofa lubbuudhaan turuu dandeessa jedhamee ture. Garuu eegasii amma ji'oota shan lubbuudhaan jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RLw6ioC
2 · 13.9K ·
Link
click to show
''Garee Wanbadootaa 120'' magaalaa Amboo keessatti gurmaa'uun yakka hojjecha turan 13 irratti qorannoon gaggeeffamuun himanni banamuu Itti Gaafatamaa Waajjira Abbaa Alangaa Godina Shawaa Lixaa Obbo Dagaagaa Hundumaa BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KygNsCt
5 · 15.4K ·
Link
click to show
Arsenaal waggoota darban keessa saalfachaa ture Piriimer Liigii kan jalqabe. Jifatee goolii galchuu caalaa ittisee qabxii eegsifatee ba'uu filachaa ture. Barana garuu tapha jalqabaa isaarraa goolii omishuuf kan gale fakkaata. Ittisuu qofaarratti hin xiyyeeffanne, daboon ba'ee haleela. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qB4XjIk
2 · 15K ·
Link
click to show
Mariin Biyyaalessaa guyyoota 40 ta'aniif gaggeeffamaa tureefi dhimma siyaasaa falmisiisoo hedduu keessummeessaa ture yaadota murtee jajjabaa dabarsuun xumuramaa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U5bMzpr
14 · 15.3K ·
Link
click to show
Mariin Ameerikaa fi Kaanaadaa gidduutti taasifamu daqiiqaawwan dhumaatti bu'aa tokko malee erga goolabamee booda taarifa marsaa haaraan bulchiinsi prezidaant Doonaald Tiraamp oomishaalee Kaanaadaa irratti labse hojiirra ooluu eegaleera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u5L6ADh
1 · 16.5K ·
Link
click to show
Sirni cufinsaa Marii biyyaalessaa bakka hirmaattotni 4000 ta'aniifi keessummootni hedduun argamanitti yeroo gaggeeffamu mariin kun bu'ura badhaadhina Itoophiyaa ta'uun dubbatame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fPqxWOd
12 · 18K ·
Link
click to show
Magaalaa guddoo naannoo Tigraay, Maqaleetti haleellaa diroonii raawwateen namootarra miidhaan ga'uu aanga'oonni naannochaa himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sl6tZpS
2 · 16.6K ·
B
Link
click to show
Jilli Raayyaa Ittisa Biyyaa gara Ameerikaatti imale biyyoota lamaan gidduutti "gama humna ittisaafi nageenyaatiin tumsi waliigalaa tarsiimawaa akka hundeeffamuu" danda'uuf waliigaltee raawwateera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zYVCtbJ
5 · 15.5K ·
BBC AFAAN OROMOO
Link
click to show
Dhiheenya keessa gabaasaaleen dhaabbata basaasaa Israa'el, Moosaadii fi qondaaltoota Iraan jidduu ''quunnamtiin kallattii taasifameera kan jedhan midiyaalee Teeraaniin dhagahamaa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dKqnUPx
3 · 15.5K ·
Link
click to show
Barsiisaa Mokonnin Ajjamaa dhalootan nama aanaa Meettaa Walqixxeeti. Barataa sadarkaa lammaffaa gaafa turan sochii siyaasaa eegale. Reebicha hamaa gaafa barataa ture irratti raawwatame fayyaa isaa gaaga'ee manatti isa hambisuu dubbata. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c4unfPT
4 · 16.7K ·
B
BBC AFAAN OROMOO
Link
click to show
Biyyi ofiifuu Yukireen waliin waraana keessa jirtu Raashiyaan yoo fedha mul'isan Itoophiyaafi Ertiraa walitti fiduuf fedhii akka qabdu dubbatteetti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hJuOfQW
❤25👍1
5 · 13.1K ·
BBC AFAAN OROMOO
Link
click to show
Torbeewwan muraasa darban keessa magaalota gurguddoo Awurooppaa Miilaanii hanga Maarseetti akkasumas hanga Maadriditti hiriirawwan mormii jajjaboon adeemsifamaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dncKZPH
1 · 2.3K ·
Link
click to show
Filannoon walakkeessaa Yunaayitid Isteetis (US) adeemsifamuuf guyyota muraasa qofatu hafe. Bu'aan filannoo kanaas turtii pirezidaantummaa Doonald Tiraamp kanaan boodaarratti dhiibbaa guddaa qabaachuu danda'a. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uNLp4VB
❤1
1 · 1.6K ·
Link
click to show
Pirezidantiin ameerikaa Doonaald Tiraamp mariin Iraan waliin taasifamaa jiru "haala gaariin deemaa akka jiru" dubbate. Tiraamp itti dabaluun "haata'u malee, amanamoo miti; waliigalteerra gahanii deebiyanii waadaa galan diigu" jechuun Teehraaniin qeeqeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2BNkHXr
2 · 2.4K ·
B
Link
click to show
Ameerikaan Naannoo Oromiyaa, Arsii keessatti ajjeechaa lammilee nagaa irratti raawwatame balaaleffachuun sirnaan qoratamee kanneen yakka kana raawwatan murtiitti akka dhiyaataniif mootummaa Itoophiyaa gaafate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/r1aPop7
❤3
925 ·

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · Index limits · Remove a page · Catalog · Search · How we count