Photo
Photo
Photo
Photo
Photo
Photo
Photo
🔥 YEROO KANA NAMOONNI BAAY’EEN EESSATTI YEROO ISAANII GUBAA JIRU LAATA? 🤔
Deebii isaa isiniifan dhiisa!
Namoonni qalbii fi hubannoo cimaa qaban, kanneen kaayyoo isaanii beekanii fi milkaa’inaaf murannoo qaban kunoo akkanatti of guddisuuf halkanii fi guyyaa hojjechaa jiru! 💪🔥
Isaan yeroo isaanii bashannana qofaaf osoo hin taane, beekumsa isaanii guddisuuf, dandeettii isaanii ijaaruuf, of jijjiiruu fi egeree isaanii bareechuuf itti fayyadamu.
Namoonni tokko tokko yeroo isaanii waan jireenya borii isaanif bu'aa tokkollee hin qabnetti gubaa jiru; warri kaan immoo yeroo isaanii gara bu’aatti jijjiiraa jiru. 🚀
Yaadadhu! ⏳
Yeroon har’aa carraa boruu keeti. Waan har’a barattu, waan har’a hojjettuu fi tarkaanfii har’a fudhattu murtoo egeree kee ti.
🔥 TARKAANFADHU!
💪 HOJJEDHU!
🏆 RAAWWADHU!
Milkaa’inni carraa qofa miti; murannoo, barumsa, hojii fi itti fufiinsa irraa dhalata!
Odeeffannoo Carraa Business Fi Carraa Leenjiif Asiin Nu Argachuu Ni Dandeessu
👇👇👇👇👇👇👇👇
@MilkinaaTeshoma12
@MilkooKing
52 ·