Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Video
16.4 MB
16.4 MB
#Wantoot_sadan_kanarraa_of_eegi
"Uumaa gaditti Milkaa'inni koo harka koorra jira" Dursa Dunfa Quote.
👇👇👇👇👇
https://t.me/DursaDunfa
👇👇👇👇👇
https://t.me/httpGatiikoo
👇👇👇👇👇
@Dursaa23
@Dursaa1221
👇👇👇👇👇
facebook.com/Dursaa23
facebook.com/dursadunfa/
0910744430
0925794822
38 · Photo
Welcome our new partner
Welcome our new partner
Congra Congratulations
🌹🌹❤❤🎁🎁🚘🚘✈️👏
Welcome our new partner
Welcome our new partner
Congra Congratulations
🌹🌹❤❤🎁🎁🚘🚘✈️👏
Dursa 👉NTB
New Thought
New Action
New Breakthrough
Focus🎯
Action🏃♂️
Achieve🏆
23 · Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Photo
Photo
Leenjii "Asset Building" jedhu kunoo warreen kaffalatan akkamitti akka qabeenya ijaaruu danda'an leenjiseen dhufeen jira.
Kunoo dargagoota kutatoo fi ciccimoo haala kanaan atgadhe
13 · Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Bu'aalee Ijaarsa Dhuunfaa (Benefits of Personal Development/Self-Building)
Ijaarsi dhuunfaa (Personal Development/Growth) adeemsa umurii guutuu nama tokko dandeettii, ilaalcha, fi qabeenya keessoo isaanii guddisuuf raawwataniidha. Adeemsi kun jireenya dhuunfaa, barnootaa, gaffee fi hojii keessatti bu'aalee gurguddoo dhiheessa.
————————
📚 1. Jireenya Dhuunfaa fi Ilaalcha Keessoo (Personal & Psychological Benefits)
⦁ Of Baruu fi Of Hubachuu (Self-Awareness): Cilqinna dadhabinaa fi cinaa cimina keessanii adda baasuu akka dandeessan isin gargaara. Kaayyoo fi fedhii jireenyaa keessaniis akka galmaan gahaaniif daandii saaha.
⦁ Sammuu Cimsuu fi Tasgabbii (Mental Resilience): Rakkoolee fi gufuulee jireenyaa fuuldura isin mudatan kutannoon damdamachuufi obsaan irra aanoo danda'uuf gargaara.
⦁ Ofitti Amanamummaa (Self-Confidence): Beekumsa fi dandeettii har'a guddifattaniin bakka kanaan dura sodaattanitti amantaa guddaan tarkaanfachuudhaaf amantaa keessoo isiniif kenna.
————————
📚 2. Kalattii Hojii fi Milkaa'ina Kaayyoo (Career & Professional Growth)
⦁ Dandeettii Ogummaa (Skill Development): Beekumsa teeknoolojii, hojii fi ogummaawwan adda addaa guddifachuun bakka hojiitti nama fudhatama fi dorgomaa ciree qabu isin godha.
⦁ To'annoo Yeroo (Time Management): Priyooritii (dursa ilaalchaa) kennuu fi hojiilee gurguddoo yeroo isaaniitti xumuruudhaan guddina saffisaa fida.
⦁ Fiixaan Ba'iinsa Galma Jireenyaa (Goal Achievement): Kaayyoo ifa ta'e kaawwachuu fi adeemsa tokkoon tokkoon isaanii bira gahuuf qophaa'ina guutuu isiniif kenna.
————————
📚 3. Hariiroofi Saayinsii Waliti Dhufeenyaa (Social & Interpersonal Skills)
⦁ Aadaa fi Waliigaltee Cimaa (Communication Skills): Yaada keessan iftoominaan ibsachuu fi namoota biroo hubachuuf dandeettii dhaggeeffannaa fi marii isiniif kenna.
⦁ Giddu-galeessummaa fi Hariiroo Cimaa: Namoota waliin walitti dhufeenya amanamummaa, kabaja fi gargaarsa irratti hundaa’e uumuuf isin dandeessisa.
⦁ Dandeettii Dursummaa (Leadership Skills): Hawaasa… Read in full →
63 · Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Photo
Happy Graduation Ceremony! 🎓🎉
A huge congratulations to the incredible G System Training trainees on successfully completing the Business Class Training!
Today is a celebration of your relentless dedication, deep commitment, and inspiring unity. Throughout this intensive journey, you embraced every challenge, conquered your comfort zones, and forged an unstoppable entrepreneurial mindset.
You are now equipped with the vital business acumen, leadership skills, and discipline required to thrive in today's fast-paced marketplace. As you step forward, carry this winning spirit with you. Continue to collaborate, innovate, create massive value, and break every barrier in your path.
Congratulations once again to each graduate—go out there, achieve extraordinary greatness, and turn your biggest dreams into reality! 🚀✨
69 · Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Photo
Happy Monday! ☀️
As you step into a brand new week, remember that small progress each day adds up to big results. Be kind to yourself, stay focused, and keep pushing forward.
Wishing everyone a productive, peaceful, and successful week ahead!
59 · Photo
Baga nagaan dhufte!
Welcome 🌹🌹🌹🌹nama jabaa, kutataa fi Cimaa
🏆🏆🏆
# Kadiir Daddafoo
🏆🏆🏆From #Bekoji
📦 📦 📦
Bakki kun bakka waan hedduu itti argattuudha.
👉Bakka itti sammuu dhokataa (subconscious mind) keenya leenjisuun milkaa'inaaf qopheessuuti.
👉Bakka jireenya hawaasummaa (social life) itti goonfannudha.
👉Bakka hiriyoota mul'ataa fi abjuu gurguddaa qaban waliin itti wal barruudha.
👉Bakka gareen hojjechuun (team work) galii keenya guddisuu dandeenyudha.
Kanaaf irra deebi'uun baga nutti makamte jechuu jaallanna.
Bakka sirrii
Yeroo sirrii fi
Murtoo sirrii murteessite
Once Again Congratulations/Baga gammadde jabduu nama.
Baga sammuu keetif kafalatte.
SUPER BUSINESS EMPIRE
SUPER BUSINESS EMPIRE
🌹🌹🌹🌹🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🌹🌹🌹🌹🌹
53 · Photo
63 · ReplyPhoto
Rejection Maalii?
Rejection yeroo Ati waan tokko amantee nan hojjedha jettee karoorfattee kaatu namoonni si waliin hiriiruu dhabuu, hin dandeessu jechuu, haamilee si buusuu fi jechootan si laamshessuu dha.
Kunimmoo dhugaa isaaniiti. Maaliif beektaa?
1. Ati kanaan duraa waan tokko milkeessitee argisiistee hin beektu.
2. Waan Ati jalqabdee waan ofii kee beektu, kan Ati itti amantee, kan sitti mul'atee dha malee kan isaan beekan, kan isaan itti amanaan, fi kan isaanitti mula'te mitii hojiichi.
Namoonni baay'een diddaa (rejection) sodaadhaaf hojii yaaluu sodatanii bakka jiran filachuun waan haaraa shaakaluu dhiisanii bakkichuma turu. Yeroo kana immoo barnoonni guddaan yaaluun dhufa. Namni kamiyyuu osoo hinnyaalin ykn hin shaakalin bakka har'a jiru ga’ee hin jiru.
Fkn Abbaan amantaa har'i beekamti guddaa qabu kaleessa hordofaa (barataa) gaarii ture.
Atileetiin har'a addunyaarratti waamamu ykn yeroo maqaan isaa waamamu addunyaa teessumarraa olkaatee harka rukuttuuf kaleessa maandara xiqqoo fi bosona keessa namoota naannoon osoo qeeqamuu fi tuffatamuu shaakala isaa itti fufe.
Taphataa kubbaa miillaa addunyaa maqaa gaarii qabu yoo ilaaltan kaleessa manadara keessatti uffata ciccitaa walitti hodhee awwaraa keessatti kufee ka'aa shaakalaa ture.
Dureessi beekaman axdunyaa kana kaleessa namoota jala hojjechaa akkaataa itti hojjetan shaakalaa ture. Har'a garuu nama beekamaa addunyaa fi abbaa qabeenyaa dda duree ta'ee taa'e.
Kanaaf Ati hoo?
Garuu waanuma yaalluufimoo? adeemsi nuti irra deemnu hoo dhuguma nu guddisaa gara fuula duraatti? Qonnaan bulaan mee jijjiirama baay'ee fide jiraa?
Hojjetaan mootummaa jijjiirama gudddaa fidee addunyaa dinqisiise jiraa?
Gaggeessitoota addunyaa yoo jenne isaan muudamtoota siyaasati malee qacaramtoota siviil servant miti!
Abjuu qabaachuu, Karooraa bareedaa qabbaachuu, Jabaatanii hojjechuu, Itti fufinsaan (Cichoominaan) hojjechuu guddinaan nu ga'a!
"Uumaa gaditti Milkaa'inni koo harka koorra jira" Dursa Dunfa Quote.
👇👇👇👇👇
https://t.… Read in full →
66 · Audio
record.ogg · 4.5 MB · click to show
45 · record.ogg · 4.5 MB · click to show
Audio
record.ogg · 4.5 MB · click to show
46 · record.ogg · 4.5 MB · click to show
Audio
record.ogg · 5.2 MB · click to show
53 · record.ogg · 5.2 MB · click to show
Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Dursa Dunfa 0910:
❌❌ Dubbisuun Dhorkaadha❌❌
❌❌Dubbisuun Dhorjkaadha ❌❌
Kana darbitanii hin dubbisinaa❌
40 · Dursaa Dhuunfaa jedhama
Dhalataa Wallaggaa bahaa
Jiraataa magaalaa Baatuu
Ogummaa barsiisummaa Tekinikii ti
Kaampaanii tokko keessatti yeroo hojii idilee alaatti faana hojjechaan jira.
Kaampaanii kun PERSONAL DEVELOPMENT SERVICE fi NETWORK MARKETING PROJECT irratti hojjeta.
Business isaa kan.namoonni keesaatti wal gargaaruun keessatti waliin hojjetanii dha.
Tarii siif ta'ee ta'uu baatee hin beeku!
Yoo fedhii qabaatte hubannoo argattee nu faana hojjechuu akka dandeessuun si affeera.
Ewyyeen yoo jette lakkoofsa kee naaf kaa'i✍️
Kiyya kanadha 0910744430
41 · Ashamaa akkam jirtu Leenjisaa Dursaa Dhuunfaa jedhama kubbaaniyyaa Alphaa I/G/M mul'ata namootaa irratti qorannoo gaggeessaa jirra.
Siinis gaaffilee tokko tokko si gaafachuuf barbaadeeni daqiiqaa xiqqoo nu fudhata hayyamamaa dhaa?
1. Amma hojii maaliirratti bobbaatee jirta?
2. Turtii hammamiif hojjette?
3. Hojii hojjettu keessaa maal jaallatta?
4. Hojii hojjettu keessaa rakkoon ulfaatu maalii dha?
5. Hojii hojjettu keessaa maal jibbita?
6. Mul'anni kee maalii?
7. Boqochuu keen dura maal milkeessuu barbaadda?
8. Abjuu konkolaataa fi manaa qabdaa? Yoo qabaatte naaf barreessi!✍️
9. Qarshii gahaa osoo qabaattee yeroo boqonnaa kee maaliirra osoo oolchitee jaallatta 3 naaf barreessi!✍️
10. Rakkoo qarshii itti argachuu si dhorkan osoo siif furamanii galiin ji'aa kee osoo meeqa ta'ee jaallatta?
11. Soorama yeroo baatu galiin kee osoo meeqa ta'ee feeta?
12. Mul’ata kee guutummaatti osoo milkeessitee maaltu sitti dhaga'ama?
13. Mul’ata kee dhugoomsuuf amma maal hojjechaa jirta?
14. Jireenya amma jiraattu waggaa 5'f osoo itti fuftee mul'ata kee waan milkeessitu sitti fakkaataa?
15. Dhugaatti guutummaan mul'ata kee kan milkeessu osoo argattee itti fayyadamtaa?
✍️Deebii kee keessan naaf barreessi
@Dursaa23
@Dursaa1221
42 · Photo
Baga gammadde Sister Miliyoon Taaddasaa sadarkaa kee MT waan milkeessiteef.
Yeroo dhiyootti TT irratti di eegna🙏🙏🙏
31 · Galaa Dhalootaa (Dursa D)💥
Let's chat on TikTok. Join me and have fun sharing videos. https://vt.tiktok.com/ZSgF6H5ee/
16 ·