English
Open in Telegram
EEba Digital

Eba Digital

@EbaDigital · channel · indexed since 2026-07-19
13 046subscribers
1 145posts in the index
E
Eba Digital
Photo
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
2 · 6.2K ·
E
Eba Digital
Photo
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira. Hubadhaa! Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu. Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
2 · 7.9K ·
E
Eba Digital
Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa? Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha. Dafee akka sirreeffamu ni eegama! @EbaDigital
2 · 15.7K ·
E
Eba Digital
Photo
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
3 · 7.4K ·
E
Eba Digital
Photo
Photo
Photo
Photo
Photo
Badhaafamtoonni baga gammaaddan! Ji'a 1 dura badhaasa namoota 10'f qopheesseen ture. Baadhaasichi maal akka ture ilaaluuf as tuqaa: https://t.me/EbaDigital/1298 Baay'inni badhaafamtootaa 10 hanga guututti eegeen ture. Garuu hanga ammaatti nama 7 qofatu ulagaa jedhame guutee badhaasaaf kaadhimamee jira. Namoonni maqaan keessan badhaafamtoota keessatti ramadame ajaja hunda akka raawwattan ragaa screenshot naaf fiduudhaan badhaasa keessan fudhachuu dandeessu. Inbox: @Eebbaa1 Badhaasni itti fufa!
4 · 9.8K ·
Eba Digital
Photo
Gurbaan kun maal maal hojjeta? Ogummaawwan akkamii qaba? Hojii online akkam akkamii hojjeta? Akkamiin galii argata? Bal'inaan baruu ni barbaadduu? Ni barbaaddu yoo ta'e barreeffama dheeraadhaan waan hunda gad fageenyaan isiniif ibsa. 📸 Selah Production by Damee Hordofaa @EbaDigital
1 · 6.3K ·
E
ReplyPhoto
Deebii guutuu - Ati eenyu? Ogummaa akkamii qabda? Maal maal hojjetta? Akkamiin galii argatta? Kun gaaffii nama baay'eeti. Warri kaanis waa'ee hojii online fi hojiiwwan dijitaalaa haasawuu fi barreessuukoo yeroo argitan gaaffiin kun isin keessatti uumamuu hin oolu. Maxxansa kana keessatti gaaffii keessan guutummaatti isiniif deebisa! Waa'eekoo baruu yoo feetan hanga dhumaatti dubbisaa! Dursa achii as dhufa(Background) koo xiqqoo isiniif ibsa: - Waggaa 8 dura hojii online yaaluu jalqabe - Barnoota Digrii muummee saayinsii kompiitaraatiin waggaa 4 dura Yuunivarsiitii Samaraa irraa eebbifame. Barnootatti nama jabaatun tures! - Durii kaasee teeknoolojii fi wantoota dijitaalaa qorachuu, barachuu fi hojjechuu baay'een jaalladhan ture. - Durii kaasee wantoota haaraa baruuf, hubachuuf kaka'umsa olaanaan qaba. Maxxansaalee(Blog) fi Kitaabota murteessoo ta'an nan dubbisa, Viidiyoo garagaaraa nan dawwadha! Dudduubni koo gabaabaatti kana fakkaata. Egaa, Ani amma ogummaa dijitaalaa baay'een qaba. Ogummaa kanneen gonfachuuf waggoota 7 ol natti fudhateera. Ammas ogummaa dabalataa gonfachuuf akkasuma ogummaa duraan gonfadhe sadarkaa olaanaatti guddisuufis tattaafachaan jira. Ogummaawwan gonfadhe keessaa kan yeroo ammaa galii naaf argamsiisaa jiranii fi akkamiin akkan galii ittiin argachaa jiru bal'isee isiniif ibsa! Ogummaa gurguddoo galii galii naaf argmsiisaa jiran: 1) Content Creation     - Tiktok(157K+ followers)     - Telegram(50K+ total members)     - Facebook(8K followers)    2) Digital Marketing     - Social Media Marketing     - Social Media Management     - Paid ads     - Script Writing & Copywriting 3) Creative jobs      - Video Waraabuu      - Viidiyoo gulaaluu(Video Editing)      - Graphic Design      - Sound Design 4) Services      - Passport Services      - DV application & Processing      - Short Term Trainings 5) Website Design & Development    - Blog Websites    - Landing page Websites    - Business & Corporate Websites    - Portfolio Websites   … Read in full →
4 · 9.2K ·
E
Eba Digital
Adsense Account - Kan youtube'dhaan banamee verify ta'e namoonni qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa! Gatii bareedaadhaan isinirraan bita. Inbox: @Eebbaa1
1 · 6.6K ·
E
Eba Digital
Photo
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa. Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha. Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha. Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
8.1K ·
E
Eba Digital
Photo
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!
2 · 6.1K ·
E
Eba Digital
Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa! Inbox: @Eebbaa1 Page active ta'uu qaba!
2 · 5.3K ·
E
Eba Digital
Photo
Dafaa itti fayyadamaa! - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!
5.4K ·
E
Eba Digital
Photo
DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan! Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald Trumpiin uggurri DV lottery irra godhamee DV2027 osoo hin guutamin hafee ture. Akkasuma namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process akka hin godhanne ugguramanii turan. Amma egaa, Uggurri sun kaafamee namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process isaanii akka itti fufan hayyamamee jira. Ta'us yeroo baay'ee gabaabaa ta'etu kennamee jira. Hanga September 30'tti xumurachuu akka qaban himamee jira. Ulagaa haaraa DV haaraa guutuuf: DV haaraan ji'oota itti aanan keessatti ulaagaa haaraadhaan guutamuuf akka jedhu ibsameera. Ulaagaan sunis paaspoortii qabaachuu fi kaffaltii $1 kaffaluudha. Asumaan namoonni DV ittiin guutuufis ta'e dhimma biraadhaaf paaspoortii baafachuu barbaaddan bilbila bio irra jiruun telegramaan na qunnamaa! Paaspoortii haaraa qofa miti, Kan moofa'es, kan bades haa ta'u tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu. Inbox: @OroDV1 Hub: Guyyaa DV'n guutamu ji'oota itti aanan jedhame malee jala muramee hin ibsamne.
7 · 4.5K ·
E
Eba Digital
Baga bara haaraa 2019 nagaan geessan! Ayyaana Gaarii! 🌻🌻🌻
4.1K ·
E
Eba Digital
Paaspoortii amma yoo guunne gaafa DV nuuf qaqqabaa? Gaaffii nama baay'eeti! Deebii: Eeyyee ni qaqqaba! Akkamitti? DV-2027 guyyaan itti guutamu ammayyuu hin ibsamne. Yoo xiqqaate ji'a 1 dursee himama. Yoo guutamuu jalqabes galmeen isaa guyyaa 33'f tura. Kanaafuu ji'a 2 ol qabna jechuudha. Paaspoortiin immoo turtii ji'a 2 keessatti xumuramaa jira. Kanaafuu nuuf qaqqaba jechuudha. Paaspoortii nabiratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Haaraa baasuuf, Haaressuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma Umrii fi maqaa sirreeffachuufis na dubbisaa! Beellama idilee fi ariifachiisaadhaan magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta. Hub: Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu waan ta'eef sodaa tokkollee hinqabdani!
2 · 2.6K ·
E
Eba Digital
Video
4.4 MB
Course Bilisaa - Guyyaa dhumarratti yaadni tokko naaf dhufe Ethiopian TikTok Creative Award injifadhee galii achirraa argamuun course bilisaa isiniif qopheessuun yaade. Addatti namoota tiktok koo NOMINATE fi VOTE godhaniif course dabalataa kennuun yaade. Yoon dorgome vote gochuudhaan na injifachiistuu? Mee yaada keessan na beeksisaa! TikTok koo naminate gochuuf link kana fayyadamaa! https://www.creativeawards.et/ Step 3 qofa(viidiyoorraas ilaaluu dandeessu): 1) Link banuudhaan MAIN CATEGORIES kan jedhu filadhaa! 2) Category jiran keessaa gara gidduutti kan argamu STEM kan jedhu jalatti NOMINATE bakka jedhu tuqaa! 3) Username bakka gaafatutti ebatips barreessuudhaan SUBMIT NOMINATION kan jedhu tuqaa! Nominate gochuu keessan naaf mirkaneessuufimmoo dhumarratti screen record godhaa kaawwadhaa! Gaafa course qophaa'u bilisaan isinif kenna jechuudha. @EbaDigital
3 · 3.6K ·
E
Eba Digital
Photo
Breaking - Paaspoortiin guyyaa 45tti bahu ammas deebi'eera! Finfinnee dabalatee magaalota baay'ee keessatti beellamni ashaaraa paaspoortii guyyaa 45 - 60 qofaan guutamaa jira. Damee Finfinnee irratti beellama ji'a 3'n kan guutamaa ture sababa Damee haaraan 2 kutaa magaalaa Nifaas Silkii fi Kolfee Qaraaniyootti waan dabalameef guyyaa 45tti deebi'eera. Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan mana keessan teessanii karaa online nabiratti xumurachuu dandeessu. Ashaaraa kennuu fi paaspoortii fudhachuu qofaaf qaamaan deemuu isin barbaachisa. Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan kaffalattu waan ta'eef birriikootu nyaatama jettanii waan sodaattan tokkollee hinqabdani. Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, kan bade baasuuf, akkasuma umrii fi maqaa keessan sirreeffachuu yoo barbaaddan beellama normaliinis, ariifachiisaadhaanis magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Gaaffii yoo qabaattanis 0976761682 irratti naaf bilbiluu dandeessu!
2K ·
E
Eba Digital
Photo
Hubachiisa: Comment keessan yaada gaarii fi nama jajjabeessu qofa ta'uu qaba! Comment kadhaa of keessaa qabuu fi emoji qofaan barreeffamu fudhatama hinqabu! Fakkeenyaaf comment suuraa akkasii fudhatama hinqabu: 1) Please like reply naaf godhaa! Kan jedhu ❌ 2) 😍😍😍😍 ❌ Namoonni dura comment gootan irra deebiidhaan comment sirrii barreessaa!
👍7❤3
2 · 957 ·

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · Index limits · Remove a page · Catalog · Search · How we count