Web appOpen in Telegram
QQaroo Waamaraa

Qaroo Waamaraa

@ForAllthingsEye · channel · indexed since 2026-07-27
19 343subscribers
2 504average post reach
12.9%ER — reach to subscribers
187posts in 30 days
Y
Photo
click to show
Jaalalli hidhaa Waan hundaa ti...Warqe kanas Dubbisi. Yoo kun sii gale Waa'een Xinnookee siif gala. 👉Harka kana hunda keessaa yoo hidhaman iyyuu miidhamaan tokko qofa.
1 · 1.6K ·
Y
Photo
click to show
Jaalalli akkasi👇 ❤️Jaalalli baayyina waggaatiin hin madaalamu, yeroo tokko tokko utuma ati hin beekiin namni tokko onnee kee keessa seena. 🖤Yeroo muraasa keessatti si seenee Onnee kee irratti mootii ta'a. Sanuu furtuu ittiin banan fudhatee waan seenuuf baasuu hin dandeessu. 🖤Hanga isa/ishee malee jiraachuu hin danda'u jettutti of murteessuu irra geessa. 💘Jaalala jechuun yaadni namaa fi onneen namaa wal simachuudha malee baay'ina wantootaa miti. Warqeeko kana yeroo argitu anaaf deebisi. 🖤
17 · 1.5K ·
➡️ IRREECHA 2019 Eyyee Atuu galateeffadhu Hin dhabiin Galata Waaqaa Bantii huurriin dukkanaa'e; Isatoo birraan nurraa saaqaa Birraatu rooba balleessee Gubbaatii warwarrii tattaraare! Uffee birraanis nuuf ilillisee Daraaraan nuu daddaraare! Bacaqii gannaas baanee Birraan carii habbuuqna Oromoonis wal waamee; Waaqaan galata jechaas Ganna keessaa hulluuqna Waaqaan galata jannee; Kan laafes jabeeffanna As Doloolloo buddeenaatti Wal-yaamnee galateeffanna As Hor-Finfinneetti baanee; Kan arganneef galateeffanna Atis Anisoo Waaqa beekna√ Koottumee Wal dhaggeeffanna Waan dhabneef mari'achaa Kan dabe mariin soroorfanna√ Jaarraa tokkoof walakkaa-tiif Waliif dhukkubsachaa turre Irreechicha Hora Gulallee-tiif Irratti cichinee--rakkoo furre Galateeffadhu Hora Finfinneetti Waaqa rakkoo Shaggee fure Waaqaaf galata haa galchinu Lubbuu namaas hin balleessinu Dhiiga namaas hin dhangalaasnu Warra wareegames hin dagannu Seenaa isaani tasa hin dagannu Abdii keenya seeneen eelchinu Hora Finfinneerraa cinnee hin cinnu Galata Waaqaaf malu malees Galata Uumamaafis hin galchinu Waaqayyoon galateeffadhu Bara dhufuufis isuma kadhadhu Galata nuti galchinu Uumaafi. Namaaf galata hin galchinu; Lafaafis galata hin galchinu; Malkaafis galata hin galchinu; Waaqaafi kan galata galchinu√ Atuu galateeffadhu Waaqakee Isatu har'aan sii ga'e lubbuukee Atuu galateeffadhu Uumaakee Isatu har'aa siif ga'e jiruukee...! Inni kunoo Irreecha Galataa-ti Haa galateeffannu As! Yaanee Innoo Uumaa Waaqaaf lafaa-ti Firri dhaamsa waliif dhaamee Achitti Wal arga firriif aanteen Isaanoo obbolaaf qomoodha! Karris tokko umamaaf horteen Irreechi Tokkummaa Oromoo-ti Dirree calaqqee aadaaf seeraa Bakkee gammachuuf waloo-ti Dirree Jaalalaaf warra heeraa Erga adda facaanee turreerra Waggaa kumaaf bara dheeraa Har'a wal yaamnee dhufneerra Sabni eenyummaasaa bareera Bahaaf dhihatti walii dhaamee Kaabaaf kibbaa wal owwaata Aadaafi jaalalas wal barsiisee Tokkoomee ormas hawwata Firaaf aanteenis wal kakaasee Waloomee galatasa
3 · 2.4K ·
Photo
click to show
Photo
click to show
(Yeroo tokko tokko, waan sammuu kee keessa jiru nama hundaaf ibsuun si hin barbaachisu.)
3 · 1.5K ·
Hammam yoo natti ulfaates Si jaalachuu koo ittin fufa Yerichi daran ulfaataa yoo ta'es Ati anaaf hiree ishee Jal-qabaati. 🖤koo
3 · 1.6K ·
Y
Photo
click to show
Yaali yaaluu hin dadhabiin. Gaaf tokko alaabaa mo'ichaa harkaan qabatta. Yoomiyyuu nama si amanu hin sobiin, hin ganiin.
3 · 1.2K ·
Photo
click to show
Dubbachuun danda'u Yaada garaa na waadu Karaa karra hin qabne Mee maal ta'uuf aadu Maal jedheen siittimaa Jaalalan siif qabuu Kolfa keetu na quubsa Yoon bules hagabuu Tapha keefi kolfa kee Dhokadheen daawwadha Fageenyaaf dhaba jalaa Eessuman si kaawwadha? Ati naaf filatamtuudha Bohaarsituu waa hundaa Hinaaftuu jaalala koo Kolfuma keen na hubdaa Si qofa jaalalleen koo Kanan filee argadhee🖤 Jaalallikee naaf gamnaan Rabbiin taa'ee kadhadhee Ati naaf kennaa kooti Si argachuun badhaasa Jaalala kootiif kankee Du'atu addaan nu baasa Yoomuu ATI kan kooti Kennaa Waaqa guddaa Lapheen koo siin feeti Deemus yeroo hundaa... Xinnooko🖤💔👈 As goraa......... 👇👇👇👇👇👇👇 ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa  💌 ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
5 · 1.1K ·
Y
Jireenyi haaraan jireenya isa duriitti nama kafalchiisa. Yeroo duuba kee galagaltee ilaaltu.
949 ·
Photo
click to show
Si jaallachuu kootu akka gowwaatti na laalchise malee, ani onneetu si dhiisuu dadhabe malee humna si biraa deemu dhabee miti. Sababni isaa, yeroo nama tokko dhugumaan jaallattu, jaalalli sun yeroo tokko tokko akka ati waan hunda irraanfattee nama sana qofaaf obsitu si taasisa. Garuu kun dadhabina miti; onnee kee keessaa jaalala dhugaa qabaachuu kee agarsiisa.
3 · 846 ·
Photo
click to show
Jaalalli lubbuu tokko keessatti garuu foon lama jalatti haguugamee kan argamuudha.:- Aristotle
866 ·
Photo
click to show
Miira keenya dhoksuu dandeenya, garuu gaaffii onnee keenyaa Of dhoksuu hin dandeenyu, Iyya onnee keenyaas dhaggeeffachuu diduu hin dandeenyu. Warqeen Warqee caalu Wal yaaduuf fi waliif yaaduudha. Onneen koos siif iyyaa oolti. Warqeekoof🖤koo
1 · 907 ·
Photo
click to show
Nama Dhugaan Nama Jaalatu Itti Boonuun Doofummadha! Namni Obsa Qabuuf Mukti Firii Qabu Gad Jedha.
1 · 1.1K ·
Y
Filannoon koo si'i kan na baasuu Haalli jijjiiramus sin gadhiisu Nan beekaa jireenyaaf akka taatuu Murteesseera goofta atis na gaattuu Haala kam gararraatan si beekaa Galma ga'uu kootiif siinan eegaa Gurreeko naaf jiraadhu
579 ·

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · What we do not do · Remove a page · Catalog · Search · How we count