HADIISA📚
Asselaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
صباح الخير والمسرات
Darsii Mudaarasaa Kitaaba " ذم قسوة القلب" har'allee itti fufna inshaa allaah.
Darsi edaatiin wajjiin waan wal qabtu. Waraabamte jirti. Xiqqoo dhaggeeffadhee eegas bakka keessaa muramuu qabduutu jiraan seha keessaa baasee channal darsiilee waraabamtee irra kaa'a inshaa allah.
👍3
593 · Photo
« Ibiddi jahannam qalbii goggooyduu Zikrii allaahaatiin kitaaba Allaahaatiin ﷻ jiitee laafuu didde gubdee baysuuf uumamte.»
Jechuun dubbata Ibn Al qayyim.
الفوائد، ابن القيم (١/ ٩٧).
❤7😢6
2 · 680 · Mudaarasaa Risaalaa edaa
https://t.me/DrsHADIISA/79
4 · 650 · Seenaa baarakallaahu fiikum
380 · Photo
365 · Asselaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Obboleewwan kabajamoo jaalatamoo Rabbiin ﷻ isinirraa jaalatee,isin jaalatee,isin jaalachiisee waan inni jaalatu yaaduu,dubbachuu fii dalaguu isiniif haa kennu.
Mudaarasaa Risaalaa " ذم قسوة القلب" har'a hin mijatu. Rabbiin ﷻ nu hunda nuuf haa mijjeeysu.
Khamisa dhufu galgala irraa itti deebina inshaaa allaah. Baarakallaahu fiikum
👍10❤8
558 · Audio
72e31d98-79c1-4453-bfa8-588e4f1a9def.mp3 · 6.8 MB · click to show
1 · 427 · 72e31d98-79c1-4453-bfa8-588e4f1a9def.mp3 · 6.8 MB · click to show
HADIISA📚
والله لو علم أهل الغفلة ما في جنة الإيمان من السعادة والأنس والطمأنينة وغنى النفس: لتقطعوا حسرة وندامة على إعراضهم عن دخولها..
❤11👍2
2 · 723 · A J Jem
Asselaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Obboleewwan kabajamoo jaalatamoo Rabbiin ﷻ isinirraa jaalatee,isin jaalatee,isin jaalachiisee waan inni jaalatu yaaduu,dubbachuu fii dalaguu isiniif haa laaffisu.
Mudaarasaa Risaalaa " ذم قسوة القلب" har'a hin mijanne. Rabbiin ﷻ nu hunda nuuf haa mijjeeysu.
Kanaaf Yeroo biraa itti deebine qaraana inshaaa allaah. Baarakallaahu fiikum
👍10😢6
1 · 315 · HADIISA📚
« Ibaadaaf jecha akka uumamte hin dagatin. Sirreeysitee isiin dhaabbataa jiraachuu keetiis of herregaa deemi.»
❤1
3 · 827 · يقول ابن قيم عن المطر :
يرسله قطرات منفصلة لا تختلط قطرة منها بأخرى، ولا يتقدم متأخرها ولا يتأخر متقدمها، ولا تدرك القطرة صاحبتها فتمتزج بها، ولو نزلت دفعة واحدة لتضرر الناس ولأفسدت الزرع والثمار."
فإن كان هذا حُسن تدبيره في قطراتِ المطر، فكيف بحسن تدبيره في امورنا سبحانه!!♥️
❤1
226 · HADIISA📚
« Bashannanuu fii qanani'uun du'aaf of qopheeysuun qophaa'uu dhabuun akhlaaqa nama aakhiratti azaaba irraa nagaya bahuu barbaaduutii miti.»
أبو حيان الأندلسي في تفسير أول سورة الحجر
Jumadal Ula 22,1448H
❤1
87 · « Namni muslimaa osoo haqa beekee qalbii isaatiin jala muree qabatee itti dalagaa jiraatee illee sabaata rabbii isaa kadhachuu qaba.»
🎤 Sheikh Salih Al-Fowzaan-hafizahullaah.
❤1
92 · 🩶-
مِن عاجل بركةِ الإقبال على الدُّعاء، أنَّ القلبَ يُجبر قبل أن ينالَ مُراده!
20 ·