💥 Humna Ofii: Madda Ifaa fi Jijjiirama Dhugaa! 💥
Jaalatamoo hordoftoota Humna Ofii, nagaan koo isin haa ga'u! 👋
Jireenyi keenya guutummaan guutuutti, karaa qorumsaafi injifannoo ti. Keessoo keenya tokkoon tokkoon keenyaa immoo, humna waan hundaa dandamachuu danda'u tokkootu jira. Humni ofii kun, dirqamatti kan nuuf kenname osoo hin taane, kan nuti yeroo hundaa cinaacha keenya keessaa dammaqsuu qabnuudha. Inni madda kutannoo, abdii fi jireenya ittiin jiraannuuti. Yoo humna keenya kana dammaqsinu, tulluu dura keenya jiru diiguu, galaana fuula keenya jiru cehuu fi abjuu keenya dhugoomsuu dandeenya.
Chaanaaliin 'Humna Ofii' kanas kan hundeeffame, humna keessoo keessan kana dammaqsuuf, ifa onnee keessan keessa jiru ibsuufi. Yaadota gaggaarii, seenaawwan kaka'umsaa, gorsa jireenyaa fi hubannoo gadi fageenya qabu walin qooddachaa jirra. Kaayyoon keenya, nama hundumtuu of keessa gad fageenyaan ilaalee, dandeettii ofii argatee, jireenya isaa akka fooyyessu gargaaruudha.
Jaalatamoo hordoftoota keenya, yaada fi ergaan chaanaalii keenyaa kun onnee keessan tuqaa jira yoo ta'e, akka obboleewwan keenya kaanis hubannoo fi kaka'umsa kana argatan barbaanna. Kanaaf, kabajaan isin gaafanna:
Chaanaalii keenya 'Humna Ofii' kanas hiriyoota keessaniif, maatii keessaniif, gareewwan adda addaa fi namoota waan haaraa baruuf fedhii qaban hundaaf #Share gochuun nu gargaaraa. 🙏
Yoo waliin hojjenne, ifa tokkoon guutummaa hawaasaa ibsuu dandeenya. Beekumsi, jaalalli fi humna keenya walitti qabnee, dhaloota boruuf bu'uura cimaa haa keenyu.
Ammas, galatoomaa! Humna Ofii keessan dammaqsaa, jijjiirama dhugaa uumaa!
Linkii chaanaalii keenyaa:
https://t.me/Humna100
#HumnaOfii #Kutannoo #Jijjiirama #Share