28 July 2026
Файл
pva traner data.xlsx · 16 KB · click to show
1.1K · pva traner data.xlsx · 16 KB · click to show
29 July 2026
Фотография
click to show
click to show
አስቸኳይ ማስታወቂያ
22/11/2018 ዓ.ም
በ2018 ዓ.ም ከአስለ እና ከደብረ ብርሃን መምህራን ትምህርት ኮሌጅ የተመረቁ መምህራን የቅጥር ሂደት የሚፈጸመው በ21/11/2018 የአዲስ አበባ ትምህርት ቢሮ ባወጣው የቅጥር ማስታወቂያ ብቻ ስለሆነ "ቀጥታ እንደምንገባ" በሚል እምነት ሳትዘናጉ በወቅቱ እንድትመዘገቡ ከወዲሁ እናሳውቃለን እናሳውቃለን።
@ጥለሁን ድሪባ የኮልፌ/ክ/ከተማ ት/ት ጽ/ቤት የመ/ል/ ቡድን መሪ
https://t.me/kolfekeranioeducationbureau
1.1K · 22/11/2018 A.L.I
Barsiisonni bara 2018 Kolleejjii Barsiisotaa Asallaa fi Debre Birhaan irraa eebbifamtan, adeemsi qaxarrii kan raawwatamu beeksisa qaxarrii Biiroo BBMF 21/11/2018 baaseen qofa waan ta'eef, "kallattiin gallee qaxaramna" ilaalcha jedhuun osoo dagannoo keessa hin seenin yeroon akka galmooftan asumaan isiniif dhiyeessina
1.3K · 30 July 2026
Maatii barattoota kutaa 1-3tiif
Guyyaa Sagantaa galmee galmeesinee kitaaba waan kenninuuf ijoollen kun daa'imman ta'uu isaanii irraa kan ka'e kitaaba Rooba rukuchiisanii idaa kanfaltii kitaabaf akka isin hin saaxille maatiin ofii keessanii qaaman dhuftanii galmeesisuun kitaaba akka fuutaniif yoo rakkoo humnaa olii ta'ee barattoonni kan dhufan ta'ee garuu ofeeggannoon akka qabachuu qaban maatiin akka akeekkachiiftan m/b ni hubachiisa.
Nagaa wajjin.
1.1K · 31 July 2026
Фотография
click to show
883 · click to show
Фотография
click to show
click to show
የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ!
(ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም)
መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://lyuhub.com/jobs
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc
697 · Фотография
click to show
681 · click to show
1 August 2026
የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ!
(ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም)
ከዝህ በፊት የወጣው የስራ ማስታወቂያ ልንክ ዛሬ ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም በወጣው ስለተቀዩረ የሞላችሁም ያልሞላችሁም ድጋሚ ይህንን ልንክ ተጠቅማችሁ በእንግሊዝኛ ብቻ እንድትሞሉ ይሁን።
መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://lyuhub.com/jobs
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc
Beeksisa Qacarrii Hojii Barsiisummaa!
(Adoolessa 24/2018 A.L.I.)
Liinkiin beeksisa qacarrii hojii kanaan dura bahe har'a, Adoolessa 24/2018 A.L.I., waan haaromfameef, namoonni duraan guutanis ta'e kan hin guunne hundi irra deebi'anii liinkii kana fayyadamuun Afaan Ingiliffaan qofa akka guutan jechuun beeksifama.
Liinkii galmee (Registration):
https://lyuhub.com/jobs
Odeeffannoo dabalataaf fi filannoowwan biroo argachuuf, liinkii armaan gadii cuqaasaa:
https://linktr.ee/aacaebc
497 · ቀን 25/11/2018 ዓ/ም
P.G.D.T
ለሁሉም ት/ቤቶች
በክፍለ ከተማችን ድግሪ ጨርሰው በPGDT ምክንያት የትምህርት ማሻሻያ ያልተያዘላቸው ከታች ባያያዝነው ቅጽ መሰረት እስከ 26/11/2018(እሁድ) 6፡00 ሰዓት ብቻ በሶፋት ኮፒ እንድትልኩልን በጥብቅ እናሳስባለን
የዩኅቨርስቲ የመጨረሻው መቀበያ ቀን 27/11/2018 ዓ/ም ብቻ መሆኑን እናሳውቃለን።
ማሳ፡-ከመንግስት ዩንቨርስቲ የተመረቁትን ብቻ
370 · 3 August 2026
Фотография
click to show
click to show
ማስታወቂያ!
(ሀምሌ 27/2018 ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ2019 የትምህርት ዘመን በእቴጌ መነን የልጅ አገረዶች እና በገላን የወንዶች መካከለኛና ሁለተኛ ደረጃ አዳሪ ትምህርት ቤቶች እንዲሁም በሚኒሊክ ሳይንስ ሼርድ ካንፓስ የ7ኛ እና የ9ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ለማስተማር ባወጣው ማስታወቂያ መሰረት በኦን ላይን/online/ ምዝገባ ያከናወናችሁና የመግቢያ ፈተና የወሰዳችሁ ተማሪዎች በሙሉ ;-
ውጤታችሁን https://bs.ministry.et ላይ መመልከት የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
Beeksisa!
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bara barnootaa 2019tti Mana Barnootaa Bultii addaa Sadarkaa Giddu-galeessaa fi Waliigalaa Sadarkaa 2ffaa Shamarranii Itegee Manan, Mana Barnootaa Bultii addaa Dhiiraa Galaan fi Kaampaasii Saayinsii Sheerdiitti barattoota kutaa 7ffaa fi 9ffaa simatee barsiisuuf beeksisa baase irratti hundaa'uun: Barattoonni onlaayiniidhaan (online) galmooftanii fi qormaata seensaa fudhattan hundi;-
Bu'aa keessan marsariitii https://bs.ministry.et irratti ilaaluu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna.
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc
2K · 4 August 2026
6 August 2026
Barattootaa fi maatii Barattoota kutaa 8ffaa gara kutaa 9ffatti galmooftaniif
Yeroo ammaa kana akka galmooftaniif ragaa keessan m/b Sad.2ffaaf soft coppii fi hard copydhan dabarsinullee kallattiidhan siisteman tiraanisferii kan ta'e irraa malee hin galmeessina jedhamneera waan jedhaniif ammatti immoodabarsuuf Siistemni hojjachaa waan hin jirreef hanga siistemni hojjatee isin beeksinutti galmeedhaf jecha akka hin dhamaane isin hubachiisaa yeroo isaan galmeessuu danda'an gama keenyan hordofnee kan isin beeksinu ta'a.
Nagaa wajjin.
1.7K · 9 August 2026
Фотография
click to show
click to show
Фотография
click to show
click to show
Фотография
click to show
click to show
Фотография
click to show
click to show
ማስታወቂያ!
(ነሀሴ 3/2018 ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በከተማ አስተዳደሩ የሚሰጠዉን ትምህርት ጥራት ለማላቅ ሞዴል አለም አቀፍ የሳይንስ ልህቀት ማዕከል በመፍጠር በትኩረት በመስራት ላይ የሚገኝ ሲሆን በ2019 የትምህርት ዘመን በምስራቅ ጎህ የሳይንስ ልህቀት ማዕከል ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ከ9ኛ እስክ 12ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ለማስተማር የቅድመ ዝግጅት ስራዉን ያጠናቀቀ በመሆኑ በትምህርት ቤቱ ለመማር የምትፈልጉ ተማሪዎች በትምህርት ቢሮ ማህበራዊ ሚዲያ አማራጮች ላይ በተገለጸው የመወዳደሪያ መስፈርት መሰረት በተጠቀሰው የመመዝገቢያ ሊንክ እስከ 8/12/2018 ዓ.ም ድረስ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፡፡
1.3K · Фотография
click to show
1.2K · click to show
መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://bs.ministry.et
Beeksisa!
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Qulqullina Barnoota Bulchiinsa Magaalichaa Keessatti Kennamu Ol Guddisuuf Giddu-Gala Madaallii Saayinsii Moodeela Idil-Addunyaa Uumuudhaan Xiyyeeffannoodhaan Hojjachaa Jira. Haaluma Kanaan, Bara Barnootaa 2019tti Mana Barnoota Waliigalaa Sadarkaa Lammaffaa Misraq Goh Saayinsii Moodeela Idil-Addunyaa Keessatti Barattoota Kutaa 9ffaa Hanga 12ffaa Simatee Barsiisuuf Hojii Qophii Xumuree Jira. Salphaatti, Barattoonni Mana Barnootaa Kana Keessatti Barachuu Barbaaddan, Ulaagaalee Dorgommii Miidiyaalee Hawaasummaa Biiroo Barnootaa Irratti Ibsaman Bu'uura Godhachuun, Liinkii Ibsameen Hanga 8/12/2018 A.L.I.tti Galmaahuu Kan Dandeessan Ta'uu Isinii Beeksifna.
Liinkii Galmee:- https://bs.ministry.et
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc
1.5K · Beeksiisa
Barattoota bara 2018 qorumsa kutaa 8ffaa fudhatanii gara kutaa 9ffaa titti darbitan galmeen guyyaa 4/12/2018 irraa jalqabee waan gaggeeffamuuf mana barumsaa jeneeraal Waaqoo guutu sad.2ffaa argamuun akka galmooftan isin beeksifna.
M/B
1.3K · 12 August 2026
Beeksiisa
Barattoota bara 2018 qormaata kutaa 8ffaa fudhatanii barattootnii qabxii gidduugaleessa (avareejii) dhiraaf 83 fi dubaraaf 80 kan fidan waraqaa Eenyuma faayida qabachuun m/b jeneeraal Waaqoo guutu lakk-2 argamuun guyya7/12/2018 akka galmooftan isin beeksifna.
883 · 14 August 2026