QUBEE TUTORIAL 🎓
⚠️Qabxiin Remedial adda ba'eetiin jira.🚨
1. Barattoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa, dhiira:
👉 Qabxii 240 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (40%).
2. Barattoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa, dubara:
👉 Qabxii 228 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (38%).
Gareewwan barattootaa deeggarsa addaa argatan
1. Barattoota dhiiraa fi dubaraa naannolee Afaar, Somaalee, Beenishaangul-Gumuz fi Gaambeellaa irraa dhufan, kanneen saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman:
👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%).
2. Barattoota saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman, kanneen naannolee horsiisee-bulaa fi walakkaa horsiisee-bulaa irraa dhufan:
👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%).
3. Barattoota qaama miidhamtoota ta'an (kan ijaan arguu hin dandeenya) saayinsii hawaasaa qoraman , dhiiraa fi dubaraa:
👉 Qabxii 185 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 500 keessaa (37%).
4. Barattoota qaama miidhamtoota ta'an ( kan dhagahuu hin dandeenye) saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman dhiiraa fi dubaraa:
👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%).
Qubee Tutorial
Education Without Limits!!!!
Hiriyyoottan keessaniif share godhaa.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶
9 · 4.1K ·