Web appOpen in Telegram
QQUBEE TUTORIAL 🎓

QUBEE TUTORIAL 🎓

✅ High trust
@Qubeetutorial · channel · Education · indexed since 2026-09-25
13 546subscribers
3 114average post reach
23%ER — reach to subscribers
24posts in 30 days
Q
Q
🎉 WOOOOOWW🔥🔥 📊 Ragaan Quiz keenyaa akka agarsiisutti, barattoonni baay'een isaanii qabxii Quiz isaanii yeroo yeroodhaan fooyyessaatiin jiru. ✅ Maarree haala sagantaa irratti hundaa'uun, waan torbee torbeedhaan baratan, torbee torbeedhaan Quiz ykn qormaata irratti fudhataa deemuun mala waan baratan sana ittiin qabatan keessa isa tokkoodha. 📚 Kanaafuu barattoota keenya barsiisuun torbee torbeedhaan qormaata kennuun, daran akka isaan barnoota isaanii irratti ciman gochuu irratti argamna. 🟢 Maarree galmeen keenya ammas akkuma itti fufetti jira waan ta'eef osoo yeroon hin darbiin ammuma galmaa'uu ni dandeessu. 👉 Galmaa'uuf: @Toturegister_bot 🎥 Yommuu haalli galmee ifa isiniif hin taane, Viidiyoo tartiiba guutuu isinitti agarsiisu ilaaluu ni dandeessu. ▶️ Video ilaaluuf: AS TUQI 📘 Barnootni kutaa 9–11 bara kanaaf barnoota Biology qofa yommuu ta'u, innis yeroo tokko qofa ykn iddoo tokkotti kan kaffalamuudha. 🧪 Barnootni Kutaa 12 barnoota Biology, Chemistry, Mathematics fi Physics kan of keessatti hammatu yoo ta'u, marsaa marsaadhaan kan kaffalamuudha. 💳 Galmaa'uuf gatiin: Kutaa 12 ➡️ Marsaa 1ffaa + Marsaa 2ffaa (600 + 600) ➡️ 1200 ⚠️Hub: Barattoota kutaa 12tiif amma barnoota marsaa 1ffaa irratti waan argamnuuf, kan ammaaf kaffalamu qarshiu marsaa 1ffaa qofa yoo ta’u, innis 600 jechuudha. ------------------------------ Kutaa 9 ➡️ 360 Kutaa 10 ➡️ 380 Kutaa 11 ➡️ 400 📌 LAKKOOFSA BAANKII ARMAAN GADII FAYYADAMUUN KAFFALTII RAAWWACHUU NI DANDEESSU: 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa (CBE): 1000783507588 🏦 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (COOP): 1058500088313 📱 E-Birr: 0942480778 🪪 Name: Nuredin Husein Lakk bill:- 📞 0966860278 📞 0777203655 Qubee Tutorial Education Without Limits!!!! #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
6 · 3.8K ·
QUBEE TUTORIAL 🎓
⚠️Qabxiin Remedial adda ba'eetiin jira.🚨 1. Barattoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa, dhiira: 👉 Qabxii 240 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (40%). 2. Barattoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa, dubara: 👉 Qabxii 228 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (38%). Gareewwan barattootaa deeggarsa addaa argatan 1. Barattoota dhiiraa fi dubaraa naannolee Afaar, Somaalee, Beenishaangul-Gumuz fi Gaambeellaa irraa dhufan, kanneen saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman: 👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%). 2. Barattoota saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman, kanneen naannolee horsiisee-bulaa fi walakkaa horsiisee-bulaa irraa dhufan: 👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%). 3. Barattoota qaama miidhamtoota ta'an (kan ijaan arguu hin dandeenya) saayinsii hawaasaa qoraman , dhiiraa fi dubaraa: 👉 Qabxii 185 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 500 keessaa (37%). 4. Barattoota qaama miidhamtoota ta'an ( kan dhagahuu hin dandeenye) saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman dhiiraa fi dubaraa: 👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%). Qubee Tutorial Education Without Limits!!!! Hiriyyoottan keessaniif share godhaa. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶
9 · 4.1K ·
QUBEE TUTORIAL 🎓
Photo
click to show
🎥 TESTIMONIAL VIDEO | QUBEE TUTORIAL 🚨 📚 Barattoonni Qubee Tutorial biratti karaa online bara 2018 barachaa turanii qabxii ol’aanaa galmeessisan, yaada fi muuxannoo isaanii karaa viidiyoo gabaabaatiin nuuf qoodaniiru. 🎓 Viidiyoo testimonial kana keessatti: 📌 Haala isaan itti qophaa’an 📌 Muuxannoo isaan Qubee Tutorial biratti argatan 📌 Waa’ee Qubee Tutorial 📌 Akkasumas, ergaa isaanii bifa bareeda ta'een ibsanii jiru. 👩‍🎓 Ammas barattootni bara 2018 Qubee Tutorial biratti barattanii qabxii gaarii galmeessistan yaada qabdan, muuxannoo nu biraa argattan, fi kaayyoo keessan akkamitti akka galmaan geessan bifa barattoota hundaaf barnoota ta'uun yommuu nuuf erguu barbaaddan, accountii armaan gadiitiin nu qunnamuu ni dandeessu. 👉 @Qubee_tutorial 🎬 Viidiyoowwan akka armaan gadiitti isiniif qoodamanii jiru waan ta'eef. ⏰ Video guutuu isaa ilaaluu hin dagatiinaa! QUBEE TUTORIAL 📚 Education Without Limits!!!! ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶
3.5K ·
Video
77.4 MB · click to show
✅ Name: Abdela Talibu Kelil 🏫 School: Nejo Boarding 📌 Score: 555.42/600       
4 · 3.4K ·
Q
Video
49.5 MB · click to show
✅ Name: Miliyon Bonsa Tuji 🏫 School: Lemen 📌 Score: 407.07
1 · 4.3K ·
Q
QUBEE TUTORIAL 🎓
Video
199.2 MB · click to show
Here we go again 🔥 🔥 🔥 Name: Felmeta Negasa Huluka School: Lemen Score: 466.09/600
1 · 4.1K ·
Q
QUBEE TUTORIAL 🎓
🚨 GALMEEN KEENYA BIFA HOO'AA TA'EEN AMMAS AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA 🔥 🔥 🔥 🟢 Galmeen keenya ammas akkuma itti fufetti jira waan ta'eef osoo yeroon hin darbiin ammuma galmaa'uu ni dandeessu. 👉 Galmaa'uuf: @Toturegister_bot 🎥 Yommuu haalli galmee ifa isiniif hin taane, Viidiyoo tartiiba guutuu isinitti agarsiisu ilaaluu ni dandeessu. ▶️ Video ilaaluuf: AS TUQI 📘 Barnootni kutaa 9–11 bara kanaaf barnoota Biology qofa yommuu ta'u, innis yeroo tokko qofa ykn iddoo tokkotti kan kaffalamuudha. 🧪 Barnootni Kutaa 12 barnoota Biology, Chemistry, Mathematics fi Physics kan of keessatti hammatu yoo ta'u, marsaa marsaadhaan kan kaffalamuudha. 💳 Galmaa'uuf gatiin: Kutaa 12 ➡️ Marsaa 1ffaa + Marsaa 2ffaa (600 + 600) ➡️ 1200 ⚠️Hub: Barattoota kutaa 12tiif amma barnoota marsaa 1ffaa irratti waan argamnuuf, kan ammaaf kaffalamu qarshiu marsaa 1ffaa qofa yoo ta’u, innis 600 jechuudha. ------------------------------ Kutaa 9 ➡️ 360 Kutaa 10 ➡️ 380 Kutaa 11 ➡️ 400 📌 LAKKOOFSA BAANKII ARMAAN GADII FAYYADAMUUN KAFFALTII RAAWWACHUU NI DANDEESSU: 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa (CBE): 1000783507588 🏦 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (COOP): 1058500088313 📱 E-Birr: 0942480778 🪪 Name: Nuredin Husein Lakk bill:- 📞 0966860278 📞 0777203655 Qubee Tutorial Education Without Limits!!!! #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
7 · 4.5K ·
Q
QUBEE TUTORIAL 🎓
Akkam jirtu maatii qubeetutorial ✋ Barattoota biology kutaa 9-12 qofa bakka tokkotti baratuu barbaaddan , qophii xumurree jirra. Akkaataa itti galmooftaniin kan isin beeksifnu ta'a.
2K ·
ReplyPhoto
🚨🚨🚨🔥🔥🔥🚨🚨🚨 📢 ODUU GAMMACHIISAA!🎉🎉🎉 🚨🚨🚨🔥🔥🔥🚨🚨🚨 🧬🔬 GALMEEN BARNOOTA BIOLOGY KUTAA 9 HANGA 12 FI 🔬🧬 ⏰🔥 GALMEEN MARSAA 2ffaa EEGALAMEERA!🔥⏰ 🌟 QUBEE TUTORIAL barattoota Biology kutaa 9 hanga 12 iddoo tokkotti barachuu barbaadaniif galmee haaraa eegalee jira. 👩‍🎓👨‍🎓📚 👇👇👇 yommuu galmooftan wanti isin nu biratti argattan: 👇👇👇 🎥 Viidiyoo barnootaa Biology kutaa 9 hanga 12 guutuu ✅ 📝 Note barnoota Biology kutaa 9 hanga 12 guutuu ni argattu✅ 💰💵 Galmeen isaas qarshii 1000 yommuu ta'u, barnoota Biology kutaa 9 hanga 12 iddoo tokkotti ni argattu. 🎯🔥 ━━━━━━━━━━━━━━━ 🚨 BARATTOOTA KUTAA 12 HUNDAAF 🚨 ━━━━━━━━━━━━━━━ 📌 Barattoota galmee marsaa 1ffaa keessatti galmooftan hundaaf, galmeen marsaa 2ffaa eegaluu isaa isin beeksisuu barbaadna. 📣🎉 ⚠️ Haaluma kanaan Barataan tokko galmee marsaa 2ffaa galmaa'uuf, dirqama dursa marsaa 1ffaa galmaa'uu qaba. ⚠️ 👉 kanaafuu, barataan kutaa 12 kamiyyuu amma irraa eegalee galmaa'uu ni danda'a. ✅🏃‍♂️💨 💰 Hammi qarshii isaa akkuma durii yommuu ta'u innis marsaan 1ffaan qarshii 600, marsaa 2ffaan qarshii 600 yoo ta'u, marsaa 1 fi 2 iddoo tokkotti galmaa'uuf qarshii 1200 ta'a jechuudha. 💵💵💵 ━━━━━━━━━━━━━━━ 🧪 BARATTOOTA SAGANTAA REMEDIAL HORDOFTAN HUNDAAF. 🧪 ━━━━━━━━━━━━━━━ 📖 Sababa jijjiirama curriculum yeroo yerottii irraa kan ka'e, haala isiniif mijeessuu hin dandeenye, haa ta'u malee, barattoota kutaa 12 waliin galmooftanii barachuu ni dandeessu. 🤝👍 ━━━━━━━━━━━━━━━ 📃 📝 Galmaa’uudhaaf 👉 @Toturegister_bot 📞 📲 Lakk bil 👉 0966860278 👉 0777203655 Web 🌐 www.qubeetutorial.courses ━━━━━━━━━━━━━━━ Haalli galmee ifa isiniif yoo hin taane ta'e yeroo muraasa booda Viidiyoo akkaataa galmee agarsiisu kan isiniif gadi dhiisnu ni ta'a. ━━━━━━━━━━━━━━━ ⚠️ Hubachiisa: Barattoonni kana dura galmee marsaa 1ffaa galmooftan, topic BEEKSISA jedhu kan group barnootaa jela jiru keessa seenuun button ykn iddoo galmaa'uuf jedhu tuquun gara galmee marsaa 2ffaatti seenuu ni dandeessu. 🙏💚 Guddaa galatoomaa 💚🙏 🏆 QUBEE TUTORIAL 🏆 🌍✨ *Education Without Limits!!!
1 · 788 ·
Q
Video
26.2 MB · click to show
🚨🚨🚨🔥🔥🔥🚨🚨🚨 📹 👀 Haalli galmee ifa isiniif yommuu hin taane video kana ilaaluu ni dandeessu 👀 🚨🚨🚨🔥🔥🔥🚨🚨🚨
1 · 443 ·

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · What we do not do · Remove a page · Catalog · Search · How we count