English
Open in Telegram
SSUCCESS🎖

SUCCESS🎖

@Success_win1 · channel · indexed since 2026-07-19
1 808subscribers
305average post reach
16.9%ER — reach to subscribers
3posts in 30 days
E
Einstein ✨️
✏️𝗝𝗮𝗯𝗶𝗻𝗻𝗶 𝗜𝗻𝗷𝗶𝗳𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂. 🪷𝗧𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶𝗻 𝗸𝗲𝗲 𝗰𝗶𝗺𝗶𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝘀𝗮. 🪸𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗿𝗮𝗸𝗸𝗶𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗱𝗮𝗿𝗯𝗶𝘁𝗲 𝗵𝗮𝗿𝗸𝗮 𝗸𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂 𝗱𝗵𝗶𝗶𝘀𝘂𝘂𝗳 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗲𝗲𝘀𝘀𝗶𝘁𝗮, ⚡️𝗦𝘂𝗻 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗮💪 ╭ like ❤️ ╰ share 🔥 ▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂ →𝗝𝗼𝗶𝗻👇👇👇 @Success_win1
3 · 1.2K ·
E
Einstein ✨️
#Philosophy (Filoosofii) ☞Waayee Dhugaa fi Fakkeessaa ↬Addunyaan akka daawwitii ti; waan ati itti agarsiistu deebistee siif agarsiisti. Gammachuun, jaalalli, fi gaarummaan, keessa keetii yoo maddan malee, alaa hin dhufan. Fuldura namaatti fakkeessitee jiraachuu dandeessa, garuu dhugaa kee irraa miliquu hin dandeessu. 🎭🪞 ↠Ofitti amanamummaa ykn humna alaa qofa hin barbaadin. 👉Namni cimaan, wanti hundi yoo isa didee illee, ofii isaatii cimaa ta'ee jiraata. Waan namni jedhu caalaa, waan ati ofitti amantuuf dursa kenni! 💪 🌿 Mukti jabaan gogaa hin qabu, garuu hidda gadi fageenya qabu qaba. Kanaafuu, dhugaaf jiraadhu, akkasumas namootaaf dhugaa dubbadhu. Dhugaan ba'aa siif hin taatu, bilisa si baasti! 🕊️🔓 🫶Jireenya keessatti, "Fake it till you make it" utuu hin taane, "Be it till you make it" jedhii jiraadhu... ✨ Please Like godhaa 👍 ❤️ 𝙹𝚘𝚒𝚗↓↓ @Success_win1
12 · 4.2K ·
E
Einstein ✨️
#Breaking_News Bu'aan qormaataa bara barnootaa 2018 barattoota kutaa 12ffaa ifoome 👉 Hagayya 16/2018 Barattoota Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 qoramaan keessaa harki 12.8 qofti qabxii darbiinsaa argachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa Miidiyaaleef kennaniin; barattoota kuma 550 qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa barattoonni kuma 70 fi 500  qofti qabxii dhibbantaa 50fi isaa ol galmeessan. Magaalaan Finfinnee %32.3 dabarsuu naannoolee hunda irraa sadarkaa 1ffaa galmeessuu kaasaniiru. Qabxiin olaanaa akka Magaalaa Finfinneetti galmaa'es 569.1 Mana Barumsaa Boolee tahus ibsameera. Saayinsii Hawaasaatin Manneen barnootaa barattoota qormaataaf dhiyeessan keessaa 565 barataa tokkollee dabarsuu akka hindandeenye ibsaniiru. Manneen barnootaa 88 guutummaatti barattoota isaanii akka dabarsanis dubbatan. Akkasumas bu’aa olaanaan barana damee saayinsii Uumamaatiin galmaa’e 591/600 (Mana barumsaa Odaa Special Boarding Adaamaa) saayinsii Hawaasummaatiin ammoo 576/700 (mana barumsaa Ifa Boruu Dodolaa) ta’uu himaniiru. Barattootni qabxiisaanii guyyaa muraas booda toora interneetiifi karaa ergaa gabaabaatiin ilaaluu akka danda'anis himaniiru. 👉Like & Share godhaa 🤚 @Success_win1
1.1K ·
Einstein ✨️
Akkam jirtu family #SUCCESS hundi keessanuu baga jiraattan jechaa😍 "Sooressa ta'uuf digrii si hin barbaachisu". jalqabuuf naamusa, obsaa fi Tarsiimoo qofa si barbaachisa. Like 👍 ❤️ Share 👌 Join Success_win1
3 · 4.3K ·
E
#𝑆𝑢𝑐𝑐𝑒𝑠𝑠 𝑁𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑑𝑢𝑟𝑠𝑎 𝑟𝑎𝑘𝑘𝑜𝑜 𝑜𝑓𝑖𝑖 𝑢𝑢𝑚𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑚𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎𝑚𝑎𝑎 𝑜𝑓 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑔𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢. 𝗟𝗶𝗸𝗲 100% 𝗝𝗼𝗶𝗻👇👇 𝗦𝘂𝗰𝗰𝗲𝘀𝘀_𝘄𝗶𝗻1
3 · 1K ·
E
Einstein ✨️
#Philosophy Waayee Filannoo fi Itti Gaafatamummaa ↬Humni jireenya kee jijjiiruu danda'u, harkaa kee keessa jira. Haalli si mudatu murteessaa miti, garuu akkamitti haala sanaan jiraachuuf filattuudha. Nama miidhamtee haalaan too'atamtu utuu hin taane, nama haala kee to'atu ta'i. 🎯🛤️ ↠Nama waan si mudateef ykn si bira hin jirreef hin ceepha'in. 👉Filannoon kee hundi, hamma xiqqaa ta'us, fuuldura kee ijaara. Har'a garaa jabaattee yoo filatte, bor jireenya gaarii qabaatta! 🛠️🏗️ 🌊 Lolaan tokko karaa isaa jijjiiruu danda'a, garuu akka inni garagaalee deebi'ee hindabarre hin godhu. Kanaafuu, gochaa kee hundumaaf itti gaafatama fudhadhu, filannoo kees sirriitti taasisi. Jireenyi ati barbaaddu harkaa kee keessa jira. 🔑🌍 🫶Jireenya kee keessatti wantoota of keessaa baasuu hin dandeenye hin ilaalin, wantoota jijjiiruu dandeessu irratti xiyyeeffadhu! ✨ Like 👍 ❤️ 𝙹𝚘𝚒𝚗↓↓ @Success_win1
4 · 3K ·
E
Einstein ✨️
👉"Bro jechoota namni sitti darbatuu🧐 fi Waantoota namni sirriitti raawwatu🫵 hunda walitti qabiiti ⚡ ENERGY godhuu itti fayyadami"🫡 By @beinstein_6 Like 👍 ❤️❤️ Join 👇👇 @Success_win1
3 · 1.1K ·
E
ReplyPhoto
"Abdii hin kutatiin" Jack Ma "Nan milkaa’a jedhee yaadee hin beeku! Sooressa beekamaa biyya Chaayinaatti 1ffaa Jack Ma“ Ani maatii homaa hin qabne, hiyyeessa; harka qalleessa irraan dhaladhe. Carraan gaarii na mudatee hin beeku. ❍ Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 1ffaa (primary School) si’a 2n kufe. ❍ Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 2ffaa (High School) si’a 3n kufe. ❍ Qormaata biyyoolessaa qophaa’inaa (Preparatory School) si’a 2n kufe. ❍ Harvard Yuunivarsiitii seenuu barbaade qormaata seensaa si’a 10n kufe. Hojiifis ulaagaa guutee hin beeku ❍ Hojii humnaas ta’e dhaabbata hojjechuuf wanta ani hin yaaliin hin jiru. ❍ Induustirii garagaraa 30 ol ta’an keessatti qacaramuuf dorgomeera, hundi isaanii iyyuu ulaagaa hin guuttu jedhanii na deebisu. Keessa ba’anii kan na arrabsan, natti dheekkamaniifi na tuffatanis jiru. ❍ Kaan dhiisaati Pooliisii biyyaa ta’u barbaade dorgomeera, garuu naaf hin taanee. Yeroo tokko nama shaniif baasanii jennaan shan taanee dorgomne, nama afur fudhatanii anan ulaagaa hin guuttu jedhanii na hambisan. Walumaagala anaan namni dhuunfaas ta’ee gareen, dhaabbanni mootummaas ta’e miti mootummaa kan ani keessatti fudhatame hin jiru. "Dorgommiin tokko nama 24 barbaada yoo ta’e; 23 fudhatanii anaan kuffisu. • Dorgommiin tokko nama 10 barbaada yoo ta’e; 9 fudhatanii anaan kuffisu Kana irraa kan ka’e: ❍ Ani nama carra dhabeessa ❍ Nama abdii hin qabne ❍ Nama ulaagaa hin guunne ❍ Nama tuffatamaaf gatamaa ❍ Nama milkaa’inaaf hin uumamnedha jedheen of yaada ture. "Garuu akkas miti: "Har’a yeroon taa’ee yaaduu kufaatiin koo yeroo sanaa milkaa’ina koo har’af sababa ta’eera!. "Ulaagaa guutuu dhabuun koo, tuffatamuuf salphachuun koo gaafasii har’a kabajaan na ga’eera!."Milkaa’inni harki caalu kufaatii keessa darba! Ani har’a: Sooressa beekamaa (1ffaa) Biyya Chaayinaati. "Kaleessa dhaabbata namaa keessa hojjechuuf jedhee carraan dhabe, har’a geggeessaa Kaampaanii Alibaba.com ti. Jack Ma. Like 👍 Share 🌬 Join 👇👇 @Success_win1
11 · 2.6K ·
Einstein ✨️
Photo
#Jechoota_Miliyoonota_kakaasan 1. Nelson Mandela “Hanga raawwatamutti wanti hundi waan hin danda’amne fakkaata.” “It always seems impossible until it’s done.” 2. Walt Disney “Karaa ittiin waan tokko jalqaban oduu dhiisanii hojjechuu jalqabuudha” “The way to get started is to quit talking and begin doing.” 3. Steve Jobs “Hojii guddaa hojjechuuf karaa tokko qofa jira: innis waan hojjetu jaallachuu.” “The only way to do great work is to love what you do.” 4. Henry Ford “Nan danda'a jettee yoo yaadde, hin danda'us jettee yoo yaadde ati sirriidha.” “Whether you think you can, or you think you can’t—you’re right.” 5. Michael Jordan “Jireenya koo keessatti irra deddeebi’ee kufeera; sababuma kanaaf milkaa’e.” “I’ve failed over and over and over again in my life. And that is why I succeed.” Tarkaanfiin Fuulduratti Please LIKE 👍❤️ SHARE🪐 JOIN 👇👇👇 @Success_win1 @Success_win1
11 · 4.3K ·
E
🔥 ɴᴀᴍᴀ sɪɪғ ᴅʜɪᴍᴍᴀᴍᴜᴜғ ᴍɪɪʀᴀ ᴋᴇᴇ ǫᴜsᴀᴅʜᴜ. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ ✅ʙᴀʟʟᴇᴇssᴀᴀ ᴛᴏᴋᴋᴏᴏғ ɴᴀᴍɴɪ ᴋᴏʟғᴜ ʙᴀᴀʏ'ᴇᴇᴅʜᴀ, ɢᴀʀᴜᴜ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ sᴀɢᴀʟɪɪғ ɴᴀᴍɴɪ sɪ ɢᴀʟᴀᴛᴇᴇғғᴀᴛᴜ ᴍᴜʀᴀᴀsᴀ. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ →ᴇʟᴀᴀᴍᴇᴇ ɴᴀᴍᴀ ᴋᴏᴏ...... ❇️ᴊᴀᴊᴊᴀʙɪɴᴀ ɴᴀᴍᴀʀʀᴀᴀ ʜɪɴ ᴇᴇɢɢᴀᴛɪɴ, ɢᴀᴀʀᴜᴍᴍᴀᴀ ᴋᴇᴇ ɪᴛᴛɪ ғᴜғɪ! ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🔰"ᴀᴛɪ 'ᴅᴏᴏʟᴀʀᴀ' ᴍɪᴛɪ, ɴᴀᴍᴀ ʜᴜɴᴅᴀ ɢᴀᴍᴍᴀᴄʜɪɪsᴜᴜ ʜɪɴ ᴅᴀɴᴅᴇᴇssᴜ. ♻️ɢᴀʀᴜᴜ ᴀᴛɪ 'ᴏᴋsɪᴊɪɪɴɪɪ' ᴛᴀ'ᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴇᴇssᴀ; ɴᴀᴍɴɪ sɪ ᴛᴜғғᴀᴛᴜ ʏᴇʀᴏᴏ sɪ ᴅʜᴀʙᴜ ᴀᴋᴋᴀ sɪ ʙᴀʀʙᴀᴀᴅᴜ ɢᴏᴄʜᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴇᴇssᴀ. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 𝗟𝗶𝗸𝗲 100% 𝗝𝗼𝗶𝗻👇👇 𝗦𝘂𝗰𝗰𝗲𝘀𝘀_𝘄𝗶𝗻1
4 · 4.1K ·
E
Einstein ✨️
Link
click to show
#ʀᴀᴋᴋɪɴɴɪ ᴋᴀɴ ɴᴀᴍᴀᴛᴛɪ ᴛᴏʟᴜ🔴 ✅ ʀᴀᴋᴋɪɴɴɪ ʏᴇʀᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴜ ᴜʟғᴀᴀᴛᴀᴀ ᴛᴀ’ᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴀ’ᴀ; ᴅᴜᴋᴋᴀɴᴀᴀ’ᴀᴀ ғɪ ᴀᴋᴋᴀ ʜɪɴ ᴅᴀʙᴀʀʀᴇᴛᴛɪ sɪᴛᴛɪ ғᴀᴋᴋᴀᴀᴄʜᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴀ’ᴀ. ʏᴇʀᴏᴏ sᴀɴᴀ, “ᴋᴜɴ ᴍᴀᴀʟɪɪғ ᴀɴᴀ ǫᴏғᴀ ᴍᴜᴅᴀᴛᴇ?” ᴊᴇᴛᴛᴇᴇ ᴏғ ɢᴀᴀғᴀᴛᴛᴀ.🤔 🔰ɢᴀʀᴜᴜ ʏᴇʀᴏᴏ ʀᴀᴋᴋɪɴɪᴄʜᴀ ᴋᴇᴇssᴀᴀ ʙᴀᴀᴛᴇᴇ ᴅᴜᴜʙᴀᴛᴛɪ ᴅᴇᴇʙɪᴛᴇᴇ ɪʟᴀᴀʟᴛᴜ, ᴡᴀɴᴛɪ sɪ ᴅᴀᴅʜᴀʙsɪɪsᴇ sᴜɴ ᴡᴀᴀɴ sɪ ʙᴏᴏɴsᴜ, sɪ ᴊᴀʙᴇᴇssᴜᴜғɪ sɪ ʙᴀʀsɪɪsᴇ ᴛᴀ’ᴜᴜ ʜᴜʙᴀᴛᴛᴀ.🤗 ✅ ᴅʜᴜɢᴀᴀɴ ᴊɪʀᴜ ᴍᴀᴀʟ ᴀᴋᴋᴀ ᴛᴀ’ᴇ ʙᴇᴇᴋᴛᴀᴀ? 🔰ʀᴀᴋᴋɪɴɴɪ ᴋᴀɴ ɴᴀᴍᴀᴛᴛɪ ᴛᴏʟᴜ, sɪɪғ ᴅᴀʀʙᴇᴇ ʙᴏᴏᴅᴀ ɢᴀᴀғᴀ ᴡᴀᴀ’ᴇᴇ ɪsᴀᴀ ᴅᴜʙʙᴀᴛᴛᴜ ǫᴏғᴀ❗️ ✅ ʏᴇʀᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴜ ʀᴀᴋᴋᴏᴏ ᴅʜᴀ; ʏᴇʀᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀᴀ ʙᴀᴀᴛᴜ ɪᴍᴍᴏᴏ ʙᴀʀᴜᴍsᴀ.📚 🔰ʏᴇʀᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴜ ɪᴍɪᴍᴍᴀᴀɴɪ; ʏᴇʀᴏᴏ ᴅᴀʀʙɪᴛᴜ ɪᴍᴍᴏᴏ sᴇᴇɴᴀᴀᴅʜᴀ.✨ ✅ ᴡᴀɴᴛɪ ʜᴀʀ’ᴀ ǫᴀʟʙɪɪ ᴋᴇᴇ ᴄᴀʙsᴀᴀ ᴊɪʀᴜ, ʙᴏʀᴜ ɴᴀᴍᴀ ʙɪʀᴀᴀ ᴊᴀᴊᴊᴀʙᴇᴇssᴜᴜғ sᴇᴇɴᴀᴀ ᴀᴛɪ ɪᴛᴛɪɪɴ ᴅᴜʙʙᴀᴛᴛᴜ ᴛᴀ’ᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴀ’ᴀ.✅✅ ✅ᴋᴀɴᴀᴀғ, ʏᴇʀᴏᴏ ʀᴀᴋᴋᴏᴏɴ sɪ ᴍᴜᴅᴀᴛᴜ ᴀʙᴅɪɪ ʜɪɴ ᴋᴜᴛɪɴ🤷‍♂. 🔰ᴀᴛɪ ʀᴀᴋᴋᴏᴏ sᴀɴᴀ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴇᴇssᴀ ᴍᴀʟᴇᴇ, ʀᴀᴋᴋᴏᴏɴ sᴜɴ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀ ᴋᴇᴇ ɢᴜᴜᴛᴜᴜ sɪ ᴡᴀʟɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴜᴜғ ᴍɪᴛɪ. 🌤 ɢᴜʏʏᴀᴀɴ ᴛᴏᴋᴋᴏ ɴɪ ᴅʜᴜғᴀ; ʏᴇʀᴏᴏ ʀᴀᴋᴋᴏᴏ sᴀɴᴀ ɪʀʀᴀᴀ ғᴀɢᴀᴀᴛᴛᴇᴇ, “ᴀɴɪ ᴋᴀɴᴀ ᴋᴇᴇssᴀs ᴅᴀʀʙᴇᴇʀᴀ!” ᴊᴇᴛᴛᴇᴇ ᴏғɪɪɴ ᴏғ ᴅɪɴǫɪsɪɪғᴀᴛᴛᴜ❗️ ✅ ɴᴀᴍɴɪ ʜᴀʀ’ᴀ ᴊᴀʙᴀᴀ ғᴀᴋᴋᴀᴀᴛᴜ ʜᴜɴᴅɪ ʏᴇʀᴏᴏ ᴛᴏᴋᴋᴏ ʟᴀᴀғᴀᴀ ᴛᴜʀᴇ.🧗‍♂ 💹 ɴᴀᴍɴɪ ʜᴀʀ’ᴀ ɢᴀᴍᴍᴀᴅᴀᴀ ᴊɪʀᴜ ʏᴇʀᴏᴏ ᴛᴏᴋᴋᴏ ʙᴏᴏ’ᴀᴀ ᴛᴜʀᴇ.🧗 🥇ɴᴀᴍɴɪ ʜᴀʀ’ᴀ ᴍɪʟᴋᴀᴀ’ᴇ sᴜɴɪs ʏᴇʀᴏᴏ ᴛᴏᴋᴋᴏ ᴋᴜғᴇᴇ, ᴋᴀ’ᴜᴜ ᴅᴀᴅʜᴀʙᴇᴇ ᴛᴜʀᴇ.🧘‍♂ 🔥 ɢᴀʀᴀᴀɢᴀʀᴜᴍᴍᴀᴀɴ ɪsᴀᴀɴɪɪ ᴛᴏᴋᴋᴏ ǫᴏғᴀ:🤔 ʀᴀᴋᴋᴏᴏɴ ɪsᴀᴀɴ ᴍᴜᴅᴀᴛᴇ ᴀᴋᴋᴀ ɪsᴀᴀɴ ᴡᴀʟɪɪɴ ʙᴀʀᴀ ʙᴀʀᴀᴀɴ ᴛᴜʀᴜ ʜɪɴ ᴇᴇʏʏᴀᴍɴᴇ.✅ ✔️ᴋᴀɴᴀᴀғ ʜᴀʀ’ᴀ ʏᴏᴏ ʀᴀᴋᴋᴏᴏɴ sɪ ᴍᴜᴅᴀᴛᴇ, ᴀʙᴅɪɪ ʜɪɴ ᴋᴜᴛᴀᴛɪɴ.🟢 ✅ ᴏʙsɪ.💪 ✅ ɪᴛᴛɪ ғᴜғɪ.🫡 ✅ ᴋᴀ’ɪ.🦵 ✅sᴀʙᴀʙɴɪ ɪsᴀᴀs, ᴡᴀɴᴛɪ ᴀᴛɪ ʜᴀʀ’ᴀ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴜ, ʙᴏʀᴜ sᴇᴇɴᴀᴀ ɪɴᴊɪғᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇ ᴛᴀ’ᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴀ’ᴀ.🤏 ♻️𝗽𝗹𝗲𝗮𝘀𝗲 𝗟𝗶𝗸𝗲 ❤️❤️ ♻️𝗝𝗼𝗶𝗻 👇👇👇👇👇 https://t.me/Success_win1 https://t.me/Success_win1
3 · 929 ·
E
Einstein ✨️
Hi👋 AKKAM JIRTU FAMILY "𝗦𝗨𝗖𝗖𝗘𝗦𝗦🎖" HUNDI KEESSAN HANGA DHUMATTI DUBBISAA 🙏 ♻️ᴀᴋᴋᴜᴍᴀ ʙᴇᴇᴋᴋᴀᴍᴜ ʜᴀɴɢᴀ ᴋᴀɴᴀᴀɴ ᴅᴜʀᴀᴀ ᴊᴇᴄʜᴏᴏᴛᴀ ᴋᴀᴋᴀ'ᴜᴍsᴀ ғɪ ᴀʙᴅɪɪ ɴᴀᴍᴀᴛᴛɪ ʜᴏʀᴀɴ ɢᴜʏʏᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀɴ ᴍᴀxxᴀɴsᴀᴀɴ ᴏᴏʟᴀ. 👉ᴋᴀɴᴀᴀs ᴋᴀɴɪɪɴ ɪʀʀᴀᴀ  ɪsɪɴɪɪғ ᴍᴀxxᴀɴsᴜ ᴍᴀᴅᴅᴏᴏᴛᴀ ɢᴀʀᴀ ɢᴀʀᴀᴀ, ᴀᴋᴋᴀsᴜᴍᴀᴀs ᴋᴀᴀɴɪɪs ᴀғᴀᴀɴ ᴇɴɢʟɪsʜ ᴋᴀɴ ʙᴀʀʀᴇᴇғғᴀᴍᴇ ɢᴀʀᴀ ᴀғᴀᴀɴ ᴋᴇᴇɴʏᴀᴛᴛɪ ᴅᴇᴇʙɪsᴜᴜɴ ғɪ ᴋᴀᴀɴɪɪs ᴋɪᴛᴀᴀʙᴏᴏᴛᴀ ɢᴀʀᴀ ɢᴀʀᴀᴀ ɪʀʀᴀᴀ ᴡᴀᴀɴɪɪɴ ᴅᴜʙʙɪsᴇᴇ ɴᴀᴍᴀ ғᴀʏʏᴀᴅᴀ ᴊᴇᴅʜᴇᴇ ʏᴀᴀᴅᴜ, ᴋᴀᴀɴɪɪs ᴏғɪɪ ᴋᴏᴏᴛɪɪɴ ʙᴀʀʀᴇᴇssᴇ ᴍᴀxxᴀɴsᴀᴀ ᴏᴏʟᴀ.✍ ✅ ɢᴀʀᴜᴜ ᴅᴇᴇɢɢᴀʀsɪ ᴋᴇᴇssᴀɴ ʙᴀᴀʏʏᴇᴇ ʜɪɴ ᴊɪʀᴜ. ʟɪᴋᴇ ғɪ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ ᴋᴇᴇssᴀɴ sɪʟᴀᴀ ᴀɴᴀᴀғ ᴍᴏʀᴇ ʜᴀᴍɪʟᴇᴇ ᴛᴀʜᴀ ᴛᴜʀᴇ ɢᴀʀᴜᴜ ɴᴀᴍɴɪ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ ɢᴏᴅʜᴜ ʜɪɴ ᴊɪʀᴜ😔, ɴᴀᴍɴɪ ʟɪᴋᴇ ɢᴏᴅʜᴜᴜs ᴍᴜʀᴀᴀsᴀ ǫᴏғᴀ.😒  ♨️ᴍᴏᴏ ʜᴀɴɢᴜᴍᴀ ᴅᴜʙʙɪsᴇ ǫᴏғᴀᴀ ʟɪᴋᴇ ғɪ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ ɢᴏᴅʜᴀᴀ ᴊɪʀᴀ❓ 🙇‍♂ᴠɪᴇᴡ 3ᴋ ᴀᴍᴍᴏᴏ ʟɪᴋᴇɴ ɪsᴀᴀ 10 ᴅʜᴜɢᴀᴀ ᴅᴜʙʙᴀᴄʜᴜᴜғ ɴᴀᴍᴀᴛᴛɪ ᴛᴏʟᴜ, ᴘʟᴇᴀsᴇ ʜᴀᴍɪʟᴇ ʜᴀᴍɪʟᴇ ɴᴀᴛᴛɪ ʜᴏʀᴀᴀ ʟɪᴋᴇ ɢᴏᴅʜᴜᴜɴ ɪʟᴀᴀʟᴛᴀɴɪɪ ǫᴏғᴀ ʜɪɴ ᴅʜɪɪsɪɴᴀᴀ.🥺 👉ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴍᴇᴇ ᴀʟ ᴛᴏᴋᴋᴏ ʟɪᴋᴇ 100 ɢᴀʟᴄʜᴀᴀ ʜᴀᴍɪʟᴇᴇ ɴᴀᴛᴛɪ ʜᴏʀᴀᴀ👏👏 🔰 ᴅᴀʙᴀʟᴀᴛᴀᴀɴ ɪᴍᴍᴏ ɴᴀᴍᴏᴏɴɴɪ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴋᴀɴᴀ ʏᴇʀᴏᴏ sᴇᴇɴᴛᴀɴ ᴜɴᴍᴜᴛᴇ❌ ɴ ɪsɪɴɪᴛᴛɪ ᴍᴜʟʟᴀᴛᴜ ᴀʟ ᴛᴏᴋᴋᴏ ɪsᴜᴍᴀ ᴛᴜǫᴀᴀ ɢᴀʀᴀ ᴍᴜᴛᴇ✅ ɪᴛᴛɪ ᴅᴇᴇʙɪsᴀᴀ. ᴋᴀɴᴀ ʏᴏᴏ ɪɴ ɢᴏᴏɴᴇ ᴡᴀɴᴛɪ ᴀɴɪ ɢᴀᴅɪ ᴅʜɪɪsᴜ ɪsɪɴ ʙɪʀᴀ ʜɪɴ ɢᴀ'ᴜ. ♻️ʏᴀᴀᴅᴀ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɴᴀᴀғ ǫᴏᴏᴅᴀ📨 👇👇👇👇 https://t.me/beinstein_6
1.1K ·
Einstein ✨️
Waan gaarii dhibba hojjette, tokkoo yoo dogoggorte, namoonni xiyyeeffannaan isaanii dogoggora tokkittii sana qofa. @Success_win1
6 · 4.9K ·
Qabeenya Sooreyyiin Itti Xiyyeeffatan, Kan Hiyyeeyyiin Bakka Hin Kennineef ~~~™™™™~ Hayyuun Robert T. Kiyosaki jedhamu kitaaba isaa "Rich Dad Poor Dad" jedhamu keessatti amala, ilaalchaa fi beekkomsa abbaan dureessii fi abbaan hiyyeessi maallaqaaf qabu bal'innaan barreesseera. Bal'inna isaa yeroo biraa itti deebina. Mee har'aaf qabeenya sooreyyiin hundi Itti Xiyyeeffatanii fi namootni hiyyeessa ta'an bakka hin kennineef haa ilaalluu. Qabeenya Sooreyyiin Itti Xiyyeeffatan, Kan Hiyyeeyyiin Bakka Hin Kennineef 1. Beekkomsa Maallaqaa ( Financial Knowlage): • Qabeenyi kan eegalu beekkomsaa fi ogummaa bu'a qabeessa ta'eeni. • Sooreyyiin beekkomsa barnoota idilee hin qabnes, beekkomsa maallaqaa guddifachuuf boqonnaa hin qaban. • Hiyyeeyyiin garuu barnoota idilee malee barnoota maallaqaatiif iddoo hin kennan. 2. Qabeenya galii maddisiisu (Income producing asset): • Sooreyyiin maalaqa argataniin qabeenya galii galchuu danda'u (Assets) irratti xiyyeefatanii bitu. • Kanaaf akkuma maddi galii isaanii dabalaa deemuun qabeenyi isaanii dabalaa deema. • Hiyyeeyyiin garuu qabeenya baasii malee galii hin galchine (Liabilities) irratti xiyyeeffatanii bitu. • Fkn. Uffata faashina, bilbila qaalii, nyaataa fi dhugaatii qaalii alaa fayyadamuu, haala jireenyaa galii isaaniitii ol ta'e jiraachuu....kkf. 3. Invastimentii (Investments): • Sooreyyiin maallaqa argame Invasti gochuudhaan maallaqni mallaqa biraa akka fiduuf hojjatu. • Haala kanaan maallaqni isaanii yeroo gara yerootti akka guddatu taasisu. • Hiyyeeyyiin garuu galii argatan baasanii fixu, liqiidhaan ji'a itti aanu eeggatu. 4. Hariiroo Cimaa (Strong Network): • Carraawwan kan dhufan hariiroo bu'aqabeessa ta'eeni. • Sooreyyiin kana sirritti waan hubataniif namoota isaan barbaachisu hunda waliin hariiroo cimaa uumu. • Hiyyeeyyiin kanaaf dhimma hin qaban. Namoota waliin kolfan, taphatan, bashannanan argannaan ga'aadha. 5. Yeroo (Time): • Sooreyyiin yeroo isaanii sirnaan bulchu, sirrittis itti fayyadamu. • H… Read in full →
4 · 978 ·
S
E
Einstein ✨️
#ᴊɪʀᴛᴜᴜ ғᴀᴍɪʟʏ😍 “Milkaa’inni walitti qabama carraaqqii xixiqqoo, guyyaa guyyaan irra deddeebi’ameedha.” “Success is the sum of small efforts, repeated day in and day out.” — Robert Collier ʟɪᴋᴇ ❤️ sʜᴀʀᴇ📲 ᴊᴏɪɴ👇👇 @Success_win1 @Success_win1
3 · 651 ·
E
Einstein ✨️
JECHOOTA MILKAA'INA: 1. "Milkaa'inni furtuu gammachuu miti. Gammachuun furtuu milkaa'inaati. Waan hojjettu yoo jaallatte milkaa'ina argatta." 2. "Milkaa'inni waan qabdu osoo hin taane, eenyu akka taate keessa jira." 3. "Milkaa'inni kan dhumaa miti, kufaatiin kan nama ajjeesu miti: Kan lakkaa'amu hamilee itti fufuudha." 4. "Milkaa'inni kufaatii dhabuu miti; kufaatii keessa darbuudha." 5. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti geessu osoo hin taane, waa'ee imalaati." 6. "Milkaa'inni maallaqaan osoo hin taane dhiibbaa ati namoota biroo irratti qabduun madaalama. 7. "Milkaa'inni nama hunda caalu ta'uu osoo hin taane, ofii kee isa hunda caalu ta'uudha. 8. "Milkaa'inni hammam akka galmaan ga'u osoo hin taane, akkamitti namoota biroo akka galmaan ga'an kakaastudha. 9. "Milkaa'inni carraa osoo hin taane hojii cimaa fi of kennuudha. 10. "Milkaa'inni harka rukutuu osoo hin taane, waan hunda kee akka kennite beekuun quufa. 11. "Milkaa'inni yeroo ati kufte osoo hin taane, yeroo ati deebitee kaatudha. 12. "Milkaa'inni mudaa kan hin qabne ta'uu osoo hin taane, mudaa kee hammachuudha. 13. "Milkaa'inni waan qabdu osoo hin taane, adeemsa keessa eenyu akka taatudha. 14. "Milkaa'inni guddina herrega baankii keetii osoo hin taane, guddina onnee keetii ti. 15. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti geessan osoo hin taane, barumsa karaa irratti argamudha. 16. "Milkaa'inni lola hunda injifachuu osoo hin taane, lola lolaaf malu filachuudha. 17. "Milkaa'inni waa'ee galata osoo hin taane, dhiibbaa ati namoota biroo irratti geessistudha. 18. "Milkaa'inni qabeenya ati kuufattu osoo hin taane, yaadannoo ati uumtudha. 19. "Milkaa'inni waa'ee mata duree osoo hin taane, dhiibbaa ati namoota biroo irratti qabdudha. 20. "Milkaa'inni baay'ina osoo hin taane, qulqullina hariiroo keessaniiti. 21. "Milkaa'inni waa'ee beekkamtii osoo hin taane, kaayyoo kee jiraachuu galmaan ga'uudha. 22. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti deemtu osoo hin taane, nama adeemsa keessa taatudha. Like 👍 Share 🫯 JOIN 👇… Read in full →
2 · 958 ·
E
Einstein ✨️
Photo
✨🌻 HAPPY NEW YEAR 2019! 🌻✨ 🌻 May 2019 take away your worries and bring you peace. 🌻 May it take away your sadness and bring you happiness. 🌻 May it take away your struggles and bring you success. 🌻 May it take away your fears and fill your heart with courage. 🌻 May it bring abundance, prosperity, love, and blessings into your life. 🙏❤️ HAPPY NEW YEAR 🌼🌺🪷 @Success_win1
4 · 1.1K ·
E
Einstein ✨️
Link
click to show
“Jalqabni haaraan bakka haaraa miti; ilaalcha sammuu haaraa dha.” █𝐋𝐈𝐊𝐄❤️ ███████      █𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄🚀██████ █𝐉𝐎𝐈𝐍👇 ███████ https://t.me/Success_win1
2 · 2.3K ·
E
Einstein ✨️
🔥"Kuniis numa dabra!" yeroo jedhamu, waan yeroo rakkinaa qofaaf jedhamu miti. Gammachuu fii sadoon, gaarii fii hamtuun, humnaa fii aangoon, yeroo fi qabeenyi, rakkinaa fi hiyyummaan, bilisummaa fii gabrummaan... walumaa galatti wanti hundinuu akka arra jiran kanatti hin haftu, ni jijjiiramti! Yeah, hundi ni dabarti! ... Like👍 Like❤️ @Success_win1
668 ·
E
Einstein ✨️
#Kanneen hojjiitti hikkii #WAA SADII OBSI 1 MIDHAMAA KEE 2 RAKKINAA KEE 3 DHUKKUBBA KEE WAA SADII 3 DHOKSI 1KAROORAA KEE 2 KUFAATII KEE ICCIITI KEE WAA SADII 3 SIRREESSI 1 AMALA KEE 2 OOLMAA KEE 3 DEDEBBII KEE Like👍 Like❤️ @Success_win1
318 ·
E
Einstein ✨️
“Milkaa’inni kan kee si fuuldura jira; abdii hin kutatin!” 💪✨.
128 ·
E
Einstein ✨️
✧ 𝑻𝒂𝒔𝒈𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒏 𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝑴𝒊𝒍𝒌𝒂'𝒊𝒏𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇😍 1. 𝑵𝒂𝒎𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒘𝒂𝒂 𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂  𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆 𝒂𝒃𝒅𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒔𝒊. 😎 2. 𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒂𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒖𝒏 𝒃𝒖𝒓𝒂𝒃𝒖𝒓𝒓𝒆𝒆 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒕𝒂'𝒆 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒊.🤗 3. 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂𝒇 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒔𝒊.💔 4. 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒉𝒊𝒓𝒂𝒚𝒂𝒂 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒕𝒕𝒖 𝒉𝒂𝒂𝒍𝒂 𝒃𝒊𝒍𝒄𝒉𝒊𝒏𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒖𝒖𝒏 𝒇𝒊𝒍𝒂𝒅𝒉𝒖. 👨‍❤️‍👨 5. 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒊𝒏𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒔𝒂𝒘𝒂𝒂 𝒐𝒐𝒍𝒖 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒇𝒖𝒓𝒎𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒙𝒊𝒚𝒚𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒖. 🤯 6. 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒐𝒇𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒎𝒂𝒏𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒖 𝒕𝒂'𝒊.💪 7. 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒌𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒉𝒐𝒋𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒂 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒊𝒏𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊𝒇 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒄𝒉𝒊𝒔𝒂𝒏 𝒒𝒐𝒇𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊.💹 𝑳𝒊𝒌𝒆👍 𝑳𝒊𝒌𝒆❤️ @Success_win1 ✅
❤18👍6
470 ·

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · Index limits · Remove a page · Catalog · Search · How we count