2 September 2026
WorkuIjolle Ittii gaaffattamaa dhitte kufaa (milishaa) enyuu ture ?
Isaatti haa toluu jirraa
Itti gafatamaan (dh) (KF) yeroof dangaa tiksaa jiruu hagaa dhufanitti loading...
7 September 2026
10 September 2026
Yooyyaa Kabajamtoota Fi Jalatamtoota Tiyyaa
Baga Adoo Jirtaanu Bara Kannallee Xumurtanni Bara Itti Anu kanan baatani Baga Waaqi/Rabbiin isin Gargaare 🙏🙏🙏🙏
Adoo Isin Mararuu Adoo Isin yaadu Isinif Bilbilu dhabuun kiyyaa Akku Hamile kiyyaa Nyaatara
Waan Jedhuu hin qabu dhifamaa Guddaa Naaf Godha yoo feedha Waaqayyoo tatte Akka sirreefadhu abdi Qaba.
Dhifamaa Ammas Dhifamaa
Bara eebbifaama Hunda keenyafu Haa tahu
11 September 2026
Billee TureeYooyyaa Kabajamtoota Fi Jalatamtoota Tiyyaa
Baga Adoo Jirtaanu Bara Kannallee Xumurtanni Bara Itti Anu kanan baatani Baga Waaqi/Rabbiin isin Gargaare 🙏🙏🙏🙏
Adoo Isin Mararuu Adoo Isin yaadu Isinif Bilbilu dhabuun kiyyaa Akku Hamile kiyyaa Nyaatara
Waan Jedhuu hin qabu dhifamaa Guddaa Naaf Godha yo
Ameen Ameen wajinuu baga ittin nu ga,e
Barri kan nagaa, kan jaalalaa, kan gammachuu, kan milkaa,inaa hunda keessaniif yaa ta,u
Ayyaana Gaarii
12 September 2026