English
Open in Telegram
AAmbo University And College's Public Campus Ministry (AUCPCM)

Ambo University And College's Public Campus Ministry (AUCPCM)

@aucpcm · channel · Education · indexed since 2026-09-28
370subscribers
302average post reach
81.6%ER — reach to subscribers
5posts in 30 days
B
Photo
#BAGA_GAMMADDAN_CONGRATULATIONS Obboloonni keenya turtii #AUCPCM keessatti qabaachaa turtan keessatti gama barnoota keessaniin waaqayyo isin wajjin ta'ee ulfina isaaf akka dhaabattaniif isa sin taasiseef guddaa gammanneerra ''imalli keessan ayyaanaan ture, milkiin keessan immoo ulfina waaqayyooti '' Daraaraan keessan ija haa godhatu lafti onaa keessanis siniif haa margu,haa lalisu isin jallatamtootaafi kabajamtoota obboloota keenyadha gama tajaajila keessaniinis waaqayyoof dursa kennuun keessan akka waan hundaatti milkooftaniif sababa ta'eera akka Koree #AUCPCM bara kanaatti turtii nu waliin qabaattaniif waaqayyo bara keessan guutummaa haa eebbisu kana caalaa milkaa'a ija dadhabbii keessaniis argadhaa Galatoomaa 🙏 #AUCPCM_2026GC
❤9🎉1🥰1
1 · 500 ·
@
Photo
“We have nothing to fear for the future, except as we shall forget how God has led us in the past.” — Ellen G. White, Life Sketches of Ellen G. White, p. 196. Yoo Waaqayyo yeroo darbe keessatti akkamitti akka nu geggeesse daganne malee waan gara fuulduraatti dhufuuf sodaa qabaachuu hin qabnu. Qaammee galateffannaa fi kadhannaan haa dabarsiinu!! Warri isiniif danda'amu irratti argama!!
❤4
2 · 277 ·
B
Photo
🔥😊Dencha Sanbata ‎lo''o Sanbata happy sabbath Sanbata gaarii ‎መልካም ሰንበት ‎ሓጎስ ሰንበት🙏🙌
❤6
1 · 352 ·
B
Photo
Photo
Baga waggaa haaraa nagaadhaan geessan 🌼 Barri haaraan kun baratti milkooftan baratti hawwiin keessan siniif guutu baratti hafuurrattis qaamattis guddattanii waaqayyoon itti galateeffattan siniif haa ta'ufayyaaf nagaa guutuu qabaadhaa —————————— እንኳን ለአዲሱ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ! 🌼 አዲሱ ዓመት የስኬት፣ ምኞታችሁ ሁሉ የሚሳካበት፣ በመንፈስም በሥጋም አድጋችሁ እግዚአብሔርን የምታመሰግኑበት ዓመት ይሁንላችሁ። ሙሉ ጤና እና ሰላም ይኑራችሁ! #AUCPCM_2019_NEW_YEAR🙏😊
❤5🥰1
4 · 523 ·
B
File
GALAANA-FAARUU-SDA (1).apk · 3.2 MB · click to show
📱 GALAANA FAARUU SDA 🎶 Faaruu Afaan Oromoo fi Amaariffaan walitti fiduuf kan qophaa’e app haaraa.Waldoota hedduu irraa giddu galeeffatee kan qophaa'ee fi barattoota Universityfillee kan caalmaatti mijatu, GALAANA FAARUU SDA-Apk 🙏 Yeroo kamiyyuu faaruuwwan jaallattu argachuu fi dubbisuuf 📖 Faaruuwwan karaa salphaa fi qindaa’een itti fayyadamuuf 📝 Yaadannoo dhuunfaa kee barreessuu fi kuusuu 🌙 Dark Mode fayyadamuuf 🏫 SDA Social Network keessatti manneen barumsaa, kolleejjota, yunivarsiitiiwwan, hospitaalota fi kilinikoota SDA beekamoo argachuuf ⛪ Odeeffannoo fi qabeenyaalee hawaasa SDA waliin wal qunnamsiisuuf ✨ Qabiyyee isaa keessaa: 🎵 Faaruuwwan Afaan Oromoo 140 🎵 Faaruuwwan Afaan Amaaraa 50 🔍 Search 📝 Yaadannoo Koo 🌙 Dark/Light Mode 🏫 SDA Social Network 💚 Kaayyoon app kanaa faaruu fi quunnamtiiwwan Garaa garaa qabeenya SDA guyyaa guyyaa keessatti kan dhiyeessu ta'a. 📲GALAANA FAARUU SDA 🙏 App kana fayyadamaa, hiriyoota keessaniifis qoodaa. 💚🎶 Waaqayyo isin haa eebbisu!
❤12🔥1
5 · 266 ·
B
BARATTOOTA HAARAA ADIVEENTISTII BARA KANA( 2019 A.L.I ) YUUNIVARSITII AMBOO'TTI RAMADAMTANIIFI KOOLLEEJJOOTA MAGAALICHA KEESSATTI ARGAMAN IRRAA BARACHUUF GALMA'AA JIRTAN MARAAF! Duraan dursa Waaqa isa angafa milkaa'ina keessanii ta'ee sadarkaa kana irra akka geessan isin taasise guddaa galateeffanna! Fedha Waaqayyoo ta'ee gara keenyatti kan ramadamtan hunduu baga milkooftan, baga carroomtan jenna. Nutis akka AUCPCM( Ambo University And College's Public Campus Ministry ) simannaa ho'aafi bareedaa ta'e isiniif gochuuf qophee barbaachisu xumuruu keenya gamanumaan isin beeksisuu jaallanna. Maarree barattoonni keenya bara kana gara Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtaniifi Koollejjiiwwan Amboo jiran keessaa barachuuf sochii irra jirtan martuu, amma irraa eegaluun haalota isiniif mijeessinu waan qabnuuf ergaan kun akka isin qaqqabeen bilbila armaan gadii irratti bilbiluun akka nu quunnamtan jaalala Gooftaan isin gaafanna ➡️MAIN CAMPUS TINSAYE MESFIN 0951426797 HABTAMUU TAMESGEN 0940995902 ➡️HACHALU HUNDESSA CAMPUS MILKESSA AGA 0952800504 BARECHA DAMXO 0947215463 SAMUEL BEGNA+251956286923 ➡️KOLLEJJI AMBOO KEESSATTI ARGAMANIIF FIRA'OL BIRANU 0965464233 UMERAN REGASA 0940708572 Waan abboomamtaniif ammoo eebbifamaa! @aucpcm በ 2019 የትምህርት ዘመን በ አምቦ ዩንቨርስቲ ለተመደባችሁ ዉድ የ አድቬንቲስት ታማሪዎች በ ቅድሚያ እንኳን ደስ አለችሁ ላምለት እንወዳለን ባማሆኑም እኛ የ አምቦ PCM (አምቦ ዩኒቨርሲቲ እና ኮሌጅ አድቬንቲስት ታማሪዎች ህብረት እናንተን ዉድ ታማሪዎች ለመቀበል ዝግጅት አጠናቀን እየጠበቅናችሁ እንገኛለን ለበለጠ መረጃ ከ ታች ባሉ ስልክ ቁጥሮች ይደዉሉ ➡️ ዋና ካምፓስ ትንሳዬ መስፍን — 0951426797 ሐብታሙ ታመሰገን — 0940995902 ➡️ ሐጫሉ ሁንዴሳ ካምፓስ ሚልኬሳ — 0952800504 ባሬቻ  — 0947215463 ሳሙኤል  — +251956286923   AUCPCM To all the new students assigned to Ambo University in 2019, as well as to all Adventist students enrolled in  colleges in the city! We truly thank our God, who made it possible every thing for us. We are happy that you have been assigned to our yard as the Lord's will. We, the AUCPCM (Ambo University & Collage's Public Campus Ministry), would like to inform you that we have al… Read in full →
❤6👏1
1 · 425 ·
M
Photo
Photo
📌 NOTICE To All First Year (Freshman Program) Students: The registration schedule for the 2026/2027 academic year will take place from October 26 to October 27, 2026. Please report to your assigned campus as specified below. • Natural Science Stream: Hachalu Hundessa Campus, Ambo. • Social Science Stream: Main Campus, Ambo. Office of the Registrar 💥 Channel: @registrarambo 💬 Chat: @FAQ_response
41 ·

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · Index limits · Remove a page · Catalog · Search · How we count