Photo
click to show
click to show
Wal waraansi iran fi izrail gara hamaatti deemaa jira fakkaata
Bulchiinsi America Donald Tramp ifaan dubbatu baatus yerooammaa ifatti izrail gargaaruun ibsa akkeekkachiisaa barreesse “Namni hundi hatattamaan Tehran keessaa bahuu qaba!” Jedha Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp waltajjii isaanii Truth Social irratti BARREESSAAN.
“Iraan ‘waliigaltee’ ani akka mallatteessan itti hime mallatteessuu qabdi turte. Salphaatti yoo dubbanne, IRAN MEESHAA NUKLEEAR QABAACHUU HIN DANDEESSUU. Irra deddeebi’ee dubbadheera!” Traamp walgahii G7 Kanaadaatti gaggeeffame irratti kan hirmaatan yoo ta’u, wixinee ibsa G7 waldhabdee Israa’elii fi Iraan akka hammeessuu gaafatu mallatteessuu diduu isaaniis himamaa jira jedha qondaalli Ameerikaa Rooyitars wabeeffate, tasgabbii anniisaa kan gaafate yoo ta’u, Iraan gonkumaa meeshaa niwukilaraa argachuu akka hin qabne irra deebi’ee kan mirkaneessu yoo ta’u, Israa’el “mirga ofirraa ittisuu” akka qabdu ibsa. Kun daran walwaraansi akka hammatu waan taasisu fakkata,
213 ·