Siyaasa keessatti Abdataa jammaari dadhabne. Amantii keessattillee warruma dhi'oo amantii jijjiirate xo°bbee akka kanaatu biyya rakkise😁
168 · Rabbiin hawaasa keenya kan rooba isa khajeelaa jiraniif haa dirmatu.
اللهم اسقهم غيثا مغيثا مريئا مريعا نافعا غير ضار عاجلا غير آجل
174 · ﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾
- سُبحان الله .
- الحَمد لله .
- لا إله إلا الله .
- الله أكبر .
- لا حَول و لا قوة إلا بالله .
- سُبحان الله و بِحمده .
- سُبحان الله العَظيم .
- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ.
-لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ.
-اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ.
-يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .
154 · Link
click to show
click to show
Ciqilee itti irakannee boonyu hin qabnu taha Garuu, bakka itti dhaabbannee jilba qabannee sujuudnee fii teenye itti boonyu Fuula Rabbii kheenya qabna!.1❤️🩹http://t.me/httpsMidega
2 · 260 · Video
987 KB · click to show
987 KB · click to show
والله ما سمعتك ذات مره الا وحركت ساكنا فى قلبى ❤️
يكفي انك تختم بيه يومك يا صديقي 🥰
151 · Du'aahii keessaniin na hin irraanfatinaa🥰
Rabbiif jecha isin jaalladha❤
200 · Link
click to show
click to show
Nuti Namoota Sammuun Qullaa Gaagura Godhannee Kannisa Keenya Keessatti Horssiifana Yoo Tiittisi Tole ja'e Nuuf Hayyame 👌http://t.me/httpsMidega
205 · bareedinaa🩵❤️
Alhamdulillaah على كل حال 🥰
Silattuu amma yoo namni Alhamdulillaah je,es namni kun maal argate jattanii gurra bantanii nama eeydanii mii😇
160 · Aalama gubbaa kee si laalee si madaalu keessatti maal godhuu akka qabdu itti yaaduun sirra jiraata👌
127 · Rabbiin faarsaa (Zikrii) heddummeessaa, Inni Qalbii teessan tasgabbeessa, Yaaddoo isinirraa fageessaa..
118 · Link
click to show
click to show
➡️ Maaliifi Nabii Muhammad ﷺ Jaallanna ?
<<<<<<••••••••••••••••••••••••••••••••••••••>>>>>>>>
Nabii muhammad ﷺ waan hundarra isan jaalachuun dirqama! Garuu sababan isa jaalachuun dirqama itti taate maali ?
Nabii muhammad ﷺ jaalachuun dirqama itti tahe, isaatu dukkana kufiu*irraa gara ifa islaamaatti nu fide.
Isaatu Gabrummaa shirkii irraa Gara bilisummaa rabbii qofa gabbarutti nu baase.
Isaatu keeyrii fi sharrii adda nuufi baase akka ibidda hin seenne nu godhee. Kanaafi isaan jaalachuun dirqama tahe.
Garuu akkamitti isa jaalanna ? Nabi muhammad ﷺ jaalachuun
1. Karaa isaan deeman irra deemuun
2. Sunnaa isaanii hordafuun
3. Waan isaan irraa dhoorkan dhiisun
4. Waan isaan itti ajajan dalaguun
5. Isaan kabajuun. FKN yaro maqaan isaanii dubbatamu Salawaata irratti buusuu, Yaro hadiisni Isaani dubbatamu Callisanii dhageyfachuu fi KKF.
6. Maatii Isaanii jaalachuun.
7. Nama isaan arrabsu yero agarte Dandeeysu Irraa dhoorkuun, dadhabdu Nama san jibbudha (oso haadha, abbaa, obboleessa ykn obbaleetii teetillee tatee).
Fidaak Abii Wa Ummii Yaa Rasuulallah
Salawaata Buusu Heddummeeysaa Yaa Obboleeyyan islaama jzk Allah keyeran
#join naf godha page koo qaqalliiwan
#𝐒𝐚̄𝐥𝐥𝐮̄𝐮̄___𝐀𝐥𝐥𝐚̄__𝐍𝐚̄𝐛𝐢𝐢___ﷺ 🌹🙏http://t.me/httpsMidega
1 · 228 · Link
click to show
click to show
Qur'aanaa fi Maqaalee hedduu qabachuu isaa
Qur'aana jechuun, gabaabumatti, kitaaba qulqulluu isa xumuraa; kan Rabbiin (SWT) ilmaan namaa qajeelchuuf, Ergamaa isaa Nabi Muhammad (SAW) irratti buuseedha.
Maqaalee beekamoon Qur'aana keessatti ifatti dubbataman ragaa wajjin beekuun barbaachisaadha. Maqaaleen Qur'aanaa, Qur'aana keessatti ibsaman hedduudha. keessaa muraasa isaani ragaa wajjiin haa ilaalluu: Maqaalee Beekamoo kan Qur'aanaa Ragaa Isaanii Wajjin:
1. Al-Qur’aan (الْقُرْآنُ)
Hiikni isaa: "Dubbifamaa" yookiin "Waan irra deddeebi'amee Qara'amu." Kun maqaa isaa isa beekamaa fi hunda caaluudha.
Raga kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Dhugumatti, Qur’aanni kun gara karaa irra qajeelaa ta’eetti nama qajeelcha..." (Suuraa Al-Israa 17:9)
2. Al-Kitaab (الْكِتَابُ)
Hiikni isaa: "Kitaabicha." Maqaan kun guutuu, hanqina kan hin qabneefi ragaa kan of keessaa qabu ta'uu isaa agarsiisa. Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Kun Kitaaba isa (dhugaa ta'uun isaa) shakkii hin qabneedha; warra Rabbiin sodaataniif qajeelfama." (Suuraa Al-Baqarah 2:2)
3. Al-Furqaan (الْفُرْقَانُ)
Hiikni isaa: "Addaan Baasaa." Kan dhugaa fi soba, halaalaa fi haraama, ifaa fi dukkana addaan baasu jechuudha.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Inni gabricha Isaa irratti Furqaan (dhugaa fi soba addaan baasu) buuse, oolmaan isaa guddate..." (Suuraa Al-Furqaan 25:1)
4. Azh-Zikr (الذِّكْرُ)
Hiikni isaa: "Gorsa" yookiin "Yaadachiisa." Gorsa guddaa kan of keessatti qabateefi namoonni akka Rabbiin yaadataniif sababa kan ta'uudha.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Dhugumatti, Nuutu Gorsa (Qur’aana) kana buusne, dhugumattis, Nuti isa tiiksoodha." (Suuraa Al-Hijr 15:9)
5. At-Tanziil (التَّنْزِيلُ)
Hiikni isaa "Buufama." Kan Rabbii ol aanaa biraa buufame ta'uu isaa kan ibsuudha.
Ragaaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Dhugumatti, inni (Qur'aanni) buufama Gooftaa aalamaati." (Suuraa Ash-Shu'araa 26:192)
6. An-Nuur (النُّورُ)
Hiikni isaa "Ifa." Kan dukkana wallaalummaa, sh**irkiifi
4 · 358 · Waa 30 Kan Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’an
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi...
2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..
3. Guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu...
4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi...
5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff
annaa hin kanniniif..
6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu...
7. Namatti tola ooli....
8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri...
9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin....
10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..
12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri.....
13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki
14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu...
15. Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki.....
16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)
17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin...
18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti....
19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin...
20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali..
21. Namoota balaan itti buute laalii obsi...
22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii kan dhumaatii..
23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu...
24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu..
25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi..
26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin
27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i..
28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata...
29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi...
30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi......
✍️ #Dr_Aaid_
11 · 1.6K · 👉#imaamni masgiidaa tokko akkana ja’a ;
Salaata Subhii eega Salaanne booda mucaa umriin isaa 13 tokkootu natti dhufe ;Abbaan kiyyaa haajaa jabduuf si barbaada naan ja’e.!!
Manni isaanii masjiduma biratti dhihoo waan taheef ka’eti gara mana isaanii wajjiin deeme.
Yeron mana ol seenu kuno abbaan isaani nama umriin amata 50 gahu akkana naan ja’e ;
Yaa Sheeka intalti tiyya Sakaraata du’aa keeysa jirti sakaaranni itti jabaate koottu qur’ana itti naafi qara’ii naan ja’e.☝️😭😭
Fulla isirra waan akka abaayaa takkaatu irra jira oggaan sakaraata jirti jachuu beeke ;laa ilaaha illallah muhammad rasuulallaah ja’iin jachuntti seene.
Akka isiin jacha kana naaf jattu kajeeludhaafi jacha yero hedduun irra daddeebi’e.
Ammo isiin maal akka jattu ni beeytanii??😭☝️
Wallaahi isiin jacha tokko qofa jatti kan ittin idanne .
Yaa hallaka kiyya qomti tiyya na rakkatte ,yaa hallaka kiyya qomti tiyya na rakkatte jatti.
Ammo jacha tokko kan akka bakakkatti narratti gadi bu’e kan bakkaan jiru na irraanfachiise jachutti seentte.
Miciiyyon tun akkana jatti ; wallaahi anii iddo tiyya tan ibiddaatin arku jira,wallaahi anii iddo tiyya tan ibiddaatin arku jira.je,eti subahan Allaha
Osoo jacha kana jattu ruuhiin isii keeysa baatte.
Rifadheetin abbaa isirratti achii gara galee maaliifi akkanatti kaatimaan isii badde je’en?.
Abbaan booyaati ;wallaahi isiin muziiqaadhaan😭 qalbiin isii guttamte,yeruma takkallee muziqarra addaan hin battu Salaataas hin salaattu isiin kadhadhuus nan dhageeysu ja’e.
Akkasitti oggaa laailaa ha illallaah dhageeyse qalbiin isii rakkatte.
Yaa ummata muhammad.!
Shabaaban keenya laailah illa laah malee duniyarraa deemu jiran nama rabbiin rahmata godheefi malle.
…yoom iffi yadanna..!! Obbollottaa ko🫂😭☝️
Doktortichi tokko akkana ja’a makiinaan joollee universititin deemttu takka gara galteeti ;namni 24 shahaada nu jalaa deebisu didan ,mucaa dardaraa tokko male.!je,e subahan Allaha
Yoom towbanna.!yoom gara rabbii achi deebina.!
Yoom dilii lakkifne gama rabbii jaallachu yaana.!
Yaa #
9 · 1.3K · «لا حَوْلَ ولَا قُوَّةَ إلَّا باللَّهِ»
294 · Irra deebii baay'isaa:
Allahumma rizqii bal'oo tan nama gaafachuu irraa nu badhaastu, qalbii teenya nuuf guuti, tan kheeyriin hundi harka kee jirtu, yaa Allah, rizqii teenya tan barakaa, tan salphinaa fi tan dhoorkaa malee, tan eegumsaa fi fayyaa nu taasisi akkuma jiraannu.
2 · 332 ·