Web appOpen in Telegram

Post➡️ Maaliifi Nabii Muhammad ﷺ Jaallanna ?

12 July 2025
M
Link
click to show
➡️ Maaliifi Nabii Muhammad ﷺ Jaallanna ? <<<<<<••••••••••••••••••••••••••••••••••••••>>>>>>>> Nabii muhammad ﷺ waan hundarra isan jaalachuun dirqama! Garuu sababan isa jaalachuun dirqama itti taate maali ? Nabii muhammad ﷺ jaalachuun dirqama itti tahe, isaatu dukkana kufiu*irraa gara ifa islaamaatti nu fide. Isaatu Gabrummaa shirkii irraa Gara bilisummaa rabbii qofa gabbarutti nu baase. Isaatu keeyrii fi sharrii adda nuufi baase akka ibidda hin seenne nu godhee. Kanaafi isaan jaalachuun dirqama tahe. Garuu akkamitti isa jaalanna ? Nabi muhammad ﷺ jaalachuun 1. Karaa isaan deeman irra deemuun 2. Sunnaa isaanii hordafuun 3. Waan isaan irraa dhoorkan dhiisun 4. Waan isaan itti ajajan dalaguun 5. Isaan kabajuun. FKN yaro maqaan isaanii dubbatamu Salawaata irratti buusuu, Yaro hadiisni Isaani dubbatamu Callisanii dhageyfachuu fi KKF. 6. Maatii Isaanii jaalachuun. 7. Nama isaan arrabsu yero agarte Dandeeysu Irraa dhoorkuun, dadhabdu Nama san jibbudha (oso haadha, abbaa, obboleessa ykn obbaleetii teetillee tatee). Fidaak Abii Wa Ummii Yaa Rasuulallah Salawaata Buusu Heddummeeysaa Yaa Obboleeyyan islaama jzk Allah keyeran #join naf godha page koo qaqalliiwan #𝐒𝐚̄𝐥𝐥𝐮̄𝐮̄___𝐀𝐥𝐥𝐚̄__𝐍𝐚̄𝐛𝐢𝐢___ﷺ 🌹🙏http://t.me/httpsMidega
1 · 228 ·

Nearby in the feed

MmidegaAalama gubbaa kee si laalee si madaalu keessatti maal godhuu akka qabdu itti yaaduun sirra jiraata👌MmidegaRabbiin faarsaa (Zikrii) heddummeessaa, Inni Qalbii teessan tasgabbeessa, Yaaddoo isinirraa fageessaa..
this message
MmidegaQur'aanaa fi Maqaalee hedduu qabachuu isaa Qur'aana jechuun, gabaabumatti, kitaaba qulqulluu isa xumuraa; kan Rabbiin (SWT) ilmaan namaa qajeelchuuf, Ergamaa isMmidegaGirrisaa qur'aanaf hadiisaa, Faarsee bulaa rabbii rabbi nu haa taasisu 🤲
MMidega AbdelaMidega Abdela@httpsMidega · channel · Tech
189subscribers375posts in the index
Venue feed Open in Telegram

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · What we do not do · Remove a page · Catalog · Search · How we count