Web appOpen in Telegram

PostWaa 30 Kan Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’an

13 July 2025
M
Waa 30 Kan Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’an •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi... 2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin.. 3. Guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu... 4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi... 5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff annaa hin kanniniif.. 6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu... 7. Namatti tola ooli.... 8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri... 9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin.... 10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali.. 11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki.. 12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri..... 13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki 14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu... 15. Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki..... 16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu) 17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin... 18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti.... 19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin... 20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali.. 21. Namoota balaan itti buute laalii obsi... 22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii kan dhumaatii.. 23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu... 24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu.. 25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi.. 26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin 27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i.. 28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata... 29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi... 30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi...... ✍️ #Dr_Aaid_Al_QARNII (RABBIIN GALATA ISAA JANNATAAN HAA DEEBI'UUF) ✔RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU....... Share Waliif Godhaa Namni Irraa Fayyadamu Hin Dhabamu.
11 · 1.6K ·

Nearby in the feed

MmidegaQur'aanaa fi Maqaalee hedduu qabachuu isaa Qur'aana jechuun, gabaabumatti, kitaaba qulqulluu isa xumuraa; kan Rabbiin (SWT) ilmaan namaa qajeelchuuf, Ergamaa isMmidegaGirrisaa qur'aanaf hadiisaa, Faarsee bulaa rabbii rabbi nu haa taasisu 🤲
this message
Mmidega#Gorsa_Hayyootaa: #Wantoonni #sadi tasgabbii yokaan haara galfii nama dhoowwiti: 1/ waan dabre gaabbuu [sheenawuu] 2/ waan fuuldura dhufuuf yaadda'uu 3/waan namMmidega✍️ Ibaadaan ulfaattuu miti, garuu onneen ilma namaa tuni gaafa badii adda addaatiin bulloofte, ibaadaan itti ulfaataa deemti…! Istigfaara heddummeessaa…!
MMidega AbdelaMidega Abdela@httpsMidega · channel · Tech
189subscribers375posts in the index
Venue feed Open in Telegram

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · What we do not do · Remove a page · Catalog · Search · How we count