Web appOpen in Telegram

PostAkkamitti namni haala diliin isaa cufti isaaf araaramteen rafa ?

24 June 2025
M
Akkamitti namni haala diliin isaa cufti isaaf araaramteen rafa ? “Namni oggaa gama firaasha isaa rafuuf achi deebi’ee akkana ja’e : Laa ilaaha illallaahu wah-dahu Laa shariika lahuu lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa Alaa kulli Sheey’in Qadiir Laa hawla walaa Quwwata illaa billaahil Aliyyul Aziim ,Subhanallaah wal hamdulillaah ,wa laa ilaaha illallaahu wallaahu Akbar ja’e Diliin isaa osoo hanga hoomacha baharillee geeyse Rabbiin ni araaramaaf.” Ergamaa Rabbiitu ja’e ‎ﷺ.
211 ·

Nearby in the feed

MmidegaOduu Ammee!! Yeroo ammaa taphattoota hojii tola Ooltummaaf Iraan irraa gara IZra"ael dhukaafamaa jiran keessaa muraasa. Har'a taphattoonni keenya kan Addunyaan Mmidega"Yaa Rabbi si yaadachurratti, si galatoomfaturratti, ammas gabbartii tee tolchurratti na gargaari." Wasiyyaa Nabiiti ﷺ
this message
Mmidegaوفى ليلة الجمعه دعائك الآن 🤲🤍🌿MmidegaDhagahi Akhii atis Ukhtii #Muziqaan Yo Nama Jallattu si Yadachiise Akkasumatti beekhi #qur'aninis khan si uumefi Akkasuma Nama ati jallattu sanille khan Uume si
MMidega AbdelaMidega Abdela@httpsMidega · channel · Tech
189subscribers375posts in the index
Venue feed Open in Telegram

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · What we do not do · Remove a page · Catalog · Search · How we count