Active channel: 164 posts in the index in 30 days, reach ≈15% of the audience, audience is stable, cited by 1 venue all time.
About the channel
Seerota, dambiiwwan, qajeelfamootaa fi murteewwan mana murtii Itoophiyaa fi naannoo Oromiyaa.
Description in Telegram
Seerota biyya keessaa labsiilee,dambii,qajeelfamoota,murtiilee dhaaddacha ijibbaata M/M/W/F fi waliigalteewwan biyyi keenya mallateessite,akkasumas barreeffamoota qorannoo seeraa garaa garaa fuula chaanaalii kanarraa argachuu dandeessu.
Key numbers
160
subscribers
24 h±0
7 days±0
24
average post reach
15%
ER — reach to subscribers
164
posts in 30 days
≈ 5.5 a day
indexed through Oct 19
0
venues cited it in 30 days
1 all time
Catalog rank: #1 455 623 · #64 789 in category · #1 214 in language
Audience
Subscribers 160
history since 2026-10-20
2026-10-202026-11-01
07 days
Is this your channel? Show its statistics to advertisersA line for the description or an ad post and a badge for your website — with fresh numbers and a link to this page.
Get the link and badge
Put the line in the description and the “✓ linked by owner” mark will appear next to the name on the site, in the bot and in the mini app. We re-read descriptions ourselves; to check right away, use “Check the link” in the bot or mini app.
For the Telegram description
HTML for a website
Markdown — README and wikis
BBCode — forums
Posts
Latest posts
#Guca_Murtiidhaan_duratti_qabeenyaa_uggursiisuuf_iyyannaan_ittiin_dhihaatu Guyyaa ----------------- Mana murtii------------------------------------ tiif Buuura S/d/f/hh/kwt 154 tiin murtiin duratti uggura gaafachuuf iyyannaa dhihaateedha. I…Qajeelfama fo'annoo fi filannoo Abboottii seeraa fi muudamtoota manneen murtii Oromiyaa lakk. 17/2015✍️Hojjetaan badii yoo geessisu, tilmaamni seerri fudhatus badii hojiirratti gahu ta‘un tumameera.Kun ragaa faallaan tilmaama fashalaa‘uu danda‘uudha.Walumaa galatti, badiin hojjetaa badii hojiirratti gahu yoo hin taane,hojjechiisaan itti ga…#Itti_gaafatamummaa_balleessaa_nama_biroof_dhufu ✍seera itti gaafatamummaa waliigalteen alaa keessatti Maddi itti gaafatamummaa kun immoo itti gaafatamummaa garee sadaffaa ilaallatuuf (sababa balleessaa raawwateef yookaan kan seera irraa ma…### Mormii Sadarkaa Duraa Seera Deemsa Falmii Yakkaa fi Ragaa Lakk.1410/2018 bahe #Keewwata 229 — Mormii Sadarkaa Duraa Kaasuu (1) Manni murtii himannaan erga himatamaaf dubbifamee booda, himatamaan mormii sadarkaa duraa kan qabu ta’uu isaa…Dhimmichi himannaa hojjetaan mootummaa Waajjira mootummaa Naannichaa ta’e tokko mana hojii isaa irratti dhiyeesseen kan eegale yemmuu ta’u hojii mootummaa mana hojii isaan kennameef hojjechuuf ajaja mana hojii fi tajaajila geejjibaa mana ho…All posts →Similar venues — Laws & new rules
M
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Gurmuu Free Legal Awareness
Nuraddin Sham - FHS
Jemal Kumbi
Ardaa Seeraa
Maftuu lawyer @Gola seeraa🙏
@MMWO2020
channel20 982 subscribersomG@gurmu_legal_Awaraness
channel14 161 subscribersomN@NuraddinFHS
channel12 029 subscribers1 posts/wk1 authors/wkomJ@speaklawinabsentia
channel6 667 subscribersomA@Ardaaseeraa
channel8 982 subscribersomM@maftulawyer
channel2 624 subscribersomArchive by month · 22
catalog data as of 2026-11-01 10:44 UTC · How we count →