24 August 2026
25 August 2026
26 August 2026
27 August 2026
Ссылка
click to show
click to show
Barattoonni qabxii darbiinsaa argattan torbee dhufu ramaddii kan sirreeffattan tahu ministeerri barnootaa dhameera.
Link ittiin placement guuttanis ifoomera.
👇👇👇👇
University placement
© Ofiinboon H. Official page 💉
108 · 28 August 2026
30 August 2026
Фотография
click to show
click to show
#Muudannoo_Salphinaa Kutaa 3ffaa
......"Wayee" jettee naaf owwaatte. Anis gammachuun guutameen ka'een dhaqee nagaa ishee gaafadhe. Garuu isheen akkuman Ani shakkee Afaan Amaaraa malee hin dandeessu, anis Afaan kana xiqqoon waanan yaaluuf wajjin haasa'uu ittin fufe. Isheenis na #hammattee haala Hoo'aan na wajjin haasa'aa deemte. Hiriyootni koo yeroo kana waan ta'e kana taa'anii ajaa'ibsiifachaa jiru. Isaan achumatti dhiisnee, bakka isheen deemtu wajjin deemuu ittan fufe. Isheenis na fuutee mana Kaaffee tokko na seensiste. Namoonni Kaaffee sana keessa turan hundi isaanii ijaa isaanii nurra buqqafachuu didanii ija babaasanii nu laalaa turan. sababni isaas Intalli baay'ee hawwattu waan taateefi. Kaaffee keessa ol darbinee gara mana Kutaa xiqqoo tokko seenne, kuticha keessas siree tokkotu Jira..... Itti fufa.
❗muudannoo Kutaa 3ffaan akka isin qaqqabuuf nu hordofaa @biiftuu_gadaa_app, waliif ammoo share gochuun Wal qaqqabsiisaa.
☎️ Barressaan Ofiinboon H.
186 · 2 September 2026
Фотография
click to show
click to show
Today's photo 💥
"Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa. Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha."
Kanan Frederik Furar
74 · 3 September 2026
Фотография
click to show
click to show
#Urgent
🎓 Filannoo Yuunivarsiitii fi Damee Barnootaa
Barattoonni bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyaalessaa Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa fudhattanii, sagantaa barnootaa idileetiin qabxii seensa yuunivarsiitii galmeessan hundi, filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa akka raawwattan Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
📅 Yeroo filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa:
👉 Hagayya 28/2018 A.L.I. irraa hanga Qaammee 05/2018 A.L.I.
🔗 Linkii filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa:
[student.ethernet.edu.et](https://student.ethernet.edu.et/?utm_source=chatgpt.com)
⚠️ Barattoonni:
🏥 Haala fayyaa addaa qaban
♿ Qaama miidhamtoota
👯 Lakkuuwwan (twins) saala tokkoo
🤱 Haadholiin daa’ima ji’a 6 gadiii hoosisan ragaa seeraan barbaachisu itti maxxansuu qabu jedhameera.
Odeeffannoowwan biroof channel kana join godhaa @biiftuu_gadaa_app
157 · 6 September 2026
Фотография
click to show
click to show
😭😭 Haadha Qabsoo Oromoo, Weellistuufi Qabsooftuu Jabduu dubartii Jaal Ilfinash Qannoo. RIP 😭😭 AYYAANTUMMAAN Keessan dhalootaaf yaa hafu.
139 · 11 September 2026
Фотография
click to show
click to show
Фотография
click to show
click to show
Ссылка
click to show
click to show
#Oromo_Calendar
Oromoon Ayyaana bara haaraa hongama kabajata? Ayyaanni fulbaana irratti bara haaraa jedhamee kabajamu kun Oromoo osoo hin kan Habashootaati. Oromoon bara haaraa yeroo kam akka kabajatu baruu yoo barbaaddee barreeffama armaan gadii kana dubbisi. Cheers 🥂 gochaatumammoo.
Odeeffannoowwan barsiisoofi bashannansiisoo garagaraa argachuuf Mana Ofiinboon H. Join taasisaa.🔜
108 · 12 September 2026
https://t.me/+R50AiKrBjsk3NjM8
. ⚫🔴⚪
⚫🔴⚪
⚫🔴⚪
⚫🔴⚪
🌀Sardaa Warra Abbaa Gadaa
|| Facebook || Tiktok ||
33 · Файл
Xalayaa_Jaalalaa_📩_Sardaa_Warra_Abbaa_Gadaatin,_Jaalallee_ke · 17.3 MB · click to show
Xalayaa_Jaalalaa_📩_Sardaa_Warra_Abbaa_Gadaatin,_Jaalallee_ke · 17.3 MB · click to show
Share Xalayaa_Jaalalaa_📩_Sardaa_Warra_Abbaa_Gadaatin,_Jaalallee_keetiif.pdf
. ⚫🔴⚪
⚫🔴⚪
⚫🔴⚪
⚫🔴⚪
🌀Sardaa Warra Abbaa Gadaa
|| Facebook || Tiktok ||
36 · Фотография
click to show
click to show
Фотография
click to show
click to show
Qabxii seensa yuunivarsitii #Remidial💥👇👇👇
Qabxiiwwan qormaata biyyoolessaa irratti hundaa'uun yuunivarsiitiitti ramadamuuf gosa barnootaa addaddaatiif qabxiin darbiinsaa murtaa'eera.
#Qabxiiwwan kun iddoowwan fi haala addaddaatiin akka armaan gadiitti qoodaman:
💥Idilee (#Regular): Saayinsii Uumamaatiif #dhiira 250, #dubartii/kan biroo 228; Saayinsii Hawaasaatiif dhiira 234, dubartii/kan biroo 218.
💥Naannoo guddachuun duubatti hafan (#Affaar Naannoo): Saayinsii Uumamaa dhiira 200, kan biroo 192; Saayinsii Hawaasaa dhiira 190, kan biroo 181.
💥Kanneen haala addaa keessa jiraniif: Saayinsii #Uumamaa 171, Saayinsii #Hawaasaa 165.
#Hubachiisa :-
Bulchiinsi #yuunivarsiitiwwanii fi mana barnootaa hundi qajeelfama kana bu'uureffachuun hojiitti akka hiikan dhaamameera💥🤳
Odeeffannoowwan biroof channel kana join taasisaa 👇👇
©Ofiinboon H.
122 · 16 September 2026
17 September 2026
💲Rosé’s lounge💲
you don't get rich playing it safe.
you get rich knowing when to cash in on the risk you took
join before chat gets closed up
@rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop @rosetroop
Ministeerri Barnootaa Ramaddii Yuunivarsiitii Barattoota Kutaa 12ffaa Ifoomse
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii darbiinsaa galmeessisaniif, hojii ramaddii yuunivarsiitii xumuruu isaa beeksiseera. Akka ifoomsa ministeerichaatti, ramaddiin kun haqa-qabeessa akka ta'uuf bu'aa qabxii barattootaa fi filannoo isaanii, dandeettii simannaa yuunivarsiitiiwwanii, hirmaannaa fi wal-gita naannoo, aanaa, godinaa fi manneen barnootaa, akkasumas madaallii koorniyaa giddu-galeessa godhachuun kan hojjetame ta'uun ibsameera.
Dabalataanis, ministeerichi akka eereetti, barattoonni qabxii ol'aanaa fidan, jechuunis qabxii dhibba ja'a (600) keessaa dhibba shan (500) fi isaa ol galmeessisan kallattiin filannoo isaanii tokkoffaa irratti akka ramadaman taasifameera. Barattoonni ramaddii isaanii salphaatti baruuf marsariitii 'https://student.ethernet.edu.et/view-placement' jedhamu irratti seenuun ilaallachuu danda’u.
Gama birootiin, barattoonni ramaddii taasifame irratti komii ykn gaaffii qaban kamiyyuu, guyyaa ramaddiin kun ifa ta'e irraa eegalee guyyoota shan (5) keessatti marsariitii komii ittiin simatan https://t.me/+R50AiKrBjsk3NjM8 ' jedhamu qofa fayyadamuun karaa toora interneetiin iyyannoo isaanii dhiyeessuu akka danda'an yaadachiifameera. Barattoonni of eeggannoodhaan ramaddii isaanii ilaalanii yeroo kenname keessatti waan barbaachisu hunda akka xumuratan dhaamameera.
20 ·