Web appOpen in Telegram

Post🚨 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨

5 September 2026
Q
QUBEE TUTORIAL 🎓
Photo
click to show
🚨 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨 Barattootni baay'een galmeen kutaa 9 hanga 11 yoom eegala jettanii nu eegaa turtanii jirtu. 👀 Maarree nutis galmeen kutaa 9 hanga 11 har’a irraa kaasee eegalee jira jennee isin beeksisuu barbaadna. 🎉📢 🎓 Barattootni kutaa 9 hanga 11 wanti isin nu biraa argattan: 🧬 Barnoota Biology guutuu 🎥 Video fi note guutuu waliin. 📝 Quiz ykn qormaatni torbee torbeedhaan, akka isin waan duubbistan irratti shaakaltaniif isniif kan kennamu ni ta'a. 📚✅ 🤖 Galmaa'uudhaaf liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seentanii Galmaa'uu ni dandeessu. 👉 @Toturegister_bot 💳 Galmaa'uuf gatiin: Kutaa 9 ➡️ 360 Kutaa 10 ➡️ 380 Kutaa 11 ➡️ 400 ✔️Kaffaltiin barattoota kutaa 9 – 11 kan yeroo tokko qofaati. ☎️ Nu qunnamuuf👇 🌟 0777203655 🌟 0966860278 ⏳ Maarre yeroon osoo hin darbiin ammuma galmaa'aa! 🔥 #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
3 · 3.7K ·

Nearby in the feed

QQUBEE TUTORIAL 🎓PhotoQQUBEE TUTORIAL 🎓😔 DANDEETTII QISAASAA’E 😠 🧠 Yeroo ammaa kana mucaa dandeettii addaa qabu, sammuu addaa qabutu iddoo tokko jira. Dandeettii isaa kana namni hunduu ni beeka, namn
this message
QQUBEE TUTORIAL 🎓#GRADE_12_CHEMKISTRY_UNIT_2QQUBEE TUTORIAL 🎓🔥EEGALEE JIRA WEEK 5 QUIZ Sagantaan qormaataa(Quiz) kutaa 12 torbee 5ffaa irra gahee jira. Liinkii armaan gadiitiin seentanii qoramuu ni dandeettu👇 👉 @Qubeetuto
QQUBEE TUTORIAL 🎓QUBEE TUTORIAL 🎓@Qubeetutorial · channel · Education
13 546subscribers3 114average post reach
Venue feed Open in Telegram

An open public feed from the search index ChatCrawler — “Google for public Telegram”; refreshed as the venue is crawled. Times are UTC.

Public content only, official Telegram API. About · FAQ · What we do not do · Remove a page · Catalog · Search · How we count